3. Namoota Dandeettii Sammuu Xiqqaa fi Bilchina Miiraa Guddaa Qaban:
➡️Namoonni akkanaa warra ani lakkoofsa lammaffaa irratti ibse caalaa milkaa'inatti dhi'oodha. Dandeettii sammuu guddaa qabaachuu baatanis, bilchina miiraa qabanitti fayyadamuun mul'ata isaanii dhugoomfachuu danda'u. Namoonni akkanaa ogummaadhaan beekumsa namoota birootti fayyadamu. Bilchina miiraa qabaniin immoo hariiroo namoota naannoo isaanii kunuunfatu. Ni tikfatus. Icciitii guddaan qabxji kana keessa jiru maal akka ta'e beektaa?
➡️Beekumsa kamuu maallaqaan bituu dandeessa, bilchina miira kee garuu eenyu irraa iyyuu hin bitattu! Jala muri. Beekumsa malee miirri hin bitamu. Henerii Foordi motora konkolaataa V8 jedhamu akka kalaqaniif injiineroota qacaree hojjechiisaa ture. Maaliif qacare? Ofii isaa nama barate hin turre waan ta'eef.
➡️Jireenya kee guyyuu keessatti murtoo kamuu gaafa murteessitu miirri kee ga'ee bakka hin bu'amne taphata. Tokkoo tokkoo murtoowwan laasistuu keessatti miirri kee hirmaannaa qaba. Tokkoo tokkoo murtoowwan Rakkoon jiru egaa, miira hin bilchaanneen murtoon ati murteessitu kamuu gatii si baasisuu isaati.
4. Namoota Dandeettii Sammuu Guddaa fi Bilchina Miiraa Guddaa Qaban:
➡️ Namoonni akkanaa namoota addunyaa kana jijjiiranidha. Mudannoon dhugaa kana nuuf ibsuu danda'u tokko kunooti. Toomaas Ediisen ampoolii elektirikii kalaquuf baay'ee akka itti dadhabe beekamaadha. Yaaliiwwan 10,000 taasisee akka turetu himama. Yaalii ijibbaachisaa booda ampoolii hojjete sana hojjetoota isaa keessaa isa tokko via Tola Abe