✉️ IMAANAA WANGEELAA NUTTI KENNAME ISA GUDDICHA
Kaayyoo guddaan Waaqayyo biyya lafaa kanarratti nu uumeef bara jiraannu hundumaa ulfina maqaa isaatiif jiraannee isa kabachiifnee akka dabarruu dha. Nuti yeroo hundumaa tajaajila ifaa fi soogiddaa kennaa jiraachuuf imaanaa guddaa ofirraa qabna.
Mat. 5:14-16 –isin ifa biyya lafaa ti;isin soogidda biyya lafaatis
Namootni hundinuu jireenya keenya isa gaariidhaan harkifamanii gara gooftaa akka dhufan gochuudhaaf jireenya ifee dukkana namootaaf furmaata ta’u akkasumas jireenya mi’aawee hadha’aa namootaa jijjiiru qabaachuun imaanaa isa guddicha nutti kennamee dha. Wangeela Mootummaa Waaqayyoo lallabuudhaan namoota gara Mootummaa Waaqayyootti akka waamnuuf imaanaa guddaan nutti kennameera.
“yesus immoo gara isaaniitti dhi’aatee “gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. Egaa dhaqaa maqaa abbaa fi kan ilmaa, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan saba hundumaa bartoota koo godhaa! waanan isin abboome hundumaa eeguus isaan barsiisaa!kunoo ani immoo amma dhuma baraatti guyyaa hundumaaf isinii wajjinan jira’’ isaaniin jedhe.” (Mat 28:18-20)
Kun ergaa guddicha nama Gooftaa Yesusitti amane hundumaattiyyuu kennamee dha. Bartootni warri jalqabaa sun ergaa guddicha kana aarsaa gurguddaa itti kaffalanii fiixaan baasanii darbaniiru. Abbootni keenya hedduun kan akka Abbaa Gammachiis (Onesimoos Nasib) fa’as bara isaaniitti ergaa guddicha kana wareegama lubbuu itti kaffalanii hojjetanii darbaniiru.
Qacceen wangeelaa deemee darbii darbee dhufee kunoo nu bira ga’eera. Har’a imaanaa kana fiixaan baasuun ga’ee tokkoo tokkoo keenyaa ti. Dhalootni hedduun mul’achuu koof kee dhimmanii eeggachaa jiru.
“uumamni hundinuu mul’achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”(Rom.28:19)
Yoo nuti hin kaanu ta’e dhalootni du’a jalaa baraaramuu hin danda’u. Anaaf ati imaanaa nyaatnee yoo deebinee golatti galle dhalootni karaa irraa kaate kun nama gara karaa sirriitti isa waamu eenyuun qaba ree?
Akkuma (Rom.10:9-17) irraa argannu dhalootni:
-yoo nuti warri ergamne hin lallabnu ta’e hin dhaga’an ,
-yoo hin dhaga’an ta’e hin amanan
-yoo hin amanan ta’e yesuusiin waammachuu hin danda’an
-yoo hin waammatan ta’e firdii/du’a barabaraa jalaa ooluu hin danda’an
Sagalee Misiraachoo isa ta’e wangeela fayyinaa kana labsuu caalaa hojii guddaan nurraa eegamu hin jiru.Nuti warri ergamne yoo dhaloota kanatti himuudhaa baanne dhalootni kun eenyurraa dhaga’a ree?Dhageessisuun ga’ee keenya,isa dhaga’anitti amanuun immoo ga’ee dhalootaa ti.
IFA SIIF IFE WARRA KAANIIF DARBII IBSI!
Nuti yeroo hundumaa tajaajila ifaa fi soogiddaa kennaa jiraachuuf imaanaa guddaa ofirraa qabna.

Namootni hundinuu jireenya keenya isa gaariidhaan harkifamanii gara gooftaa akka dhufan gochuudhaaf jireenya ifee dukkana namootaaf furmaata ta’u akkasumas jireenya mi’aawee hadha’aa namootaa jijjiiru qabaachuun imaanaa isa guddicha nutti kennamee dha.Wangeela Mootummaa Waaqayyoo lallabuudhaan namoota gara Mootummaa Waaqayyootti akka waamnuuf imaanaa guddaan nutti kennameera.(Mat 28:18-20)
Kun ergaa guddicha nama Gooftaa Yesusitti amane hundumaattiyyuu kennamee dha. Bartootni warri jalqabaa sun ergaa guddicha kana aarsaa gurguddaa itti kaffalanii fiixaan baasanii darbaniiru.

-yoo hin amanan ta’e yesuusiin waammachuu hin danda'an

🌐 Christian Living