Christian Living


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Din


“All scripture is given by inspiration of God, and is profitable for doctrine, for reproof, for correction, for instruction in righteousness:”
— 2 Timothy 3:16

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Din
Statistika
Postlar filtri


👍 Dhuguma jaalalli kee 100% ta'uuf maaltu na hanqata jettee yaadda?,... See More

See More
See More


📩 Jaalalleewwan lameen waliin-dubbii 10n fayyadamuun irra jiru.... Asii dubbisaa


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
@Danbalijaalalaa 💔
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


መንፈሳዊ አለምን በፀሎት እንጂ በምኞት Access ማድረግ አይቻልም

ስለዚህ አጥብቃችሁ ፀልዩ እንጂ አጥብቃችሁ አትመኙ


“ጴጥሮስም በወኅኒ ይጠበቅ ነበር፤ ነገር ግን በቤተ ክርስቲያን ስለ እርሱ ወደ እግዚአብሔር ጸሎት አጥብቆ ይደረግ ነበር።”
  — ሐዋርያት 12፥5


“ወይም አሥር ድሪም ያላት አንድ ድሪም ቢጠፋባት፥ መብራት አብርታ ቤትዋንም ጠርጋ እስክታገኘው ድረስ አጥብቃ የማትፈልግ ሴት ማን ናት?”
  — ሉቃስ 15፥8


🔵Ganamaaf Galgalli jireenya namaa keesatti dhiibaa akkamii qabachuu danda'a jettanii yaaddu? Keessumattu wantootni nuti utuu hin  Rafiin dura Goonuuf, ganama gaafa kaanu goonu Guyyoota Keenya irratti dhiibaa akkamii qabaachuu danda'u?        

Yeroo baayyee akkaataan nuti itti jireenya keenya jalqabnu akkamitti ooluu akka dandeenyu murteessa.  Haalli ykn akkaataan rafiitti keenyaa ammoo halkan hirribaa akkamii qabaachuu akka dandeenyu Akkasumas Abjuu nuti qabaannulle ta'a.

mucaa wal_beeknu tokkkotu jira, inni ga waanuma barumsa wajjin wal-qabatuudha Gaafa waa hojjechuu dadhabne rafnu ganama gaaafa hirriba kaaanu akkas naan jedha abjuu kootiin hojjedhaa ture xumurree rafne mitii eda naan jedha: Abjuudhaan waan isa Argaa tureef dhuguma itti fakkaata ture. 😀

anyway maal jechuufan jedhe  Waanti rafuu namaa dura hojjetamu dhiibbaa akkamii qabaachuu akkanni danda'u mullisuu barbaadeni.  yeroo baayyee wantoota nuti utuu hin rafiin dura waayee isaa yaadaa turretu jalqaba irratti gaaf hirribaa kaanu waanta nuti yaaadannu ta'a.  yeroo tokko tokko ammoo waanti yeroo hirribaa keenya Keessa Abjuu ta'ee Nuuf Dhufuyyu wantoota nuti rafuu keenya dura Gooneedha yookiin Yaadneedha.

Egaa baayyee keenya biraa yeroo rafnuttille biblilli kee nu biraa hin fagaatu miiteree?? Hundaafuu waanti nuti xumura irratti ittiin Rafnu bilbila wayiii deebisuu ykn ammoo text wayii reply Gochuun warri kanarra Hafne ammoo fiilmiiiifaa ilaaala rafna. Gaafii gaaf ammoo hirriba hamma naaf dhufutti jenneelle wantoota kana gochuu filanna.  Kunis har'a irratii gaafan yaadu wallaalummaa keenyaa kan mullisu ta'uusaan arge.
ogeessonni fayyaa hirrba dhibibaa inni fayyummaa nama walii galaa irraatti qabu irratille dhiibbaa Guddaa akkanni Qabu mirkaneessu.

Barruu tokko irraa akkan argetti ogeessi fayyaa hirribaa Dr. Drerup yeroo hirriba ofii duratti wantotni namni godhu overall health namaa irratti dhiibbaa ulfaataa ta'e akkanni qabu hubachiiisa.  Kanaanis yoo xiqqqaaate Namni tokko rafuu isaa durse saatii 1 yookiin 2 Dursee bilbila faayyadmuu dhaabuuu dhiisuuu qaba jedhanii daangaa kaa'u.

Keessuma dhiibbaa kana irratti social media n nuti fayyadamnu illee dhiibbaa wal-caaluu qaba.  Fakkeenyaaf  Tiktok Daqiiqa muraasa keessati videowwan baayyee ilaalu waan nu dandeessisuuf odeefffannoo heedduun yeroo Gababaa keessatti sammuu Keenya akka seenu Godha. AKKA ogeessi fayyaa kun jedhutti ammoo yeroo Hirribaa namaalle akkanni fageeessuu danda'auudha. Sababiina odeeffannowwan sun sammuu keenya dammaqaa taasisiu  waan ta'aniif.    Hin gaha nan  rafa jettee yeroo ati bilblila kee cuftutii illlee sammuun kee more information biraa barbaada.

Dr. Drerup akka jedhutti Social  Media irraa waanta nuti scrolll goggodhaa turee sammuun keenya erga nuti dhiisnelle deddebise fiduu ACTIVE OF GODHEE tura jedhu. Dammaqiinsa kan fidu waan nuti ilaalaa turre sana qofa miti,garuu sana booda waan sana feeel waan goonuuf fi waan waayee isaa yaadnuuf. Kan biraan ammoo waanti nuti ilaalle yookiin Scroll scroll goonee content,qabiyyee inni qabudha.

Egaa wantoonni kun wantoota nuti jalqaba gaafa ganama dammaqanu yaadannu ta'u, Akkasitti Namni ganama isaan Guyyaa jeeqamaa ta'ellee qabaachuu danda'a! Galgalli akkasitti jeeqame ganama Qalbii jeeqamaadhaan akka namni dammaqu Godha. inni kun Ammoo oolmaa namaa iratti dhiibaa hamaa qaba. 

Namni waaqayyo Dawwit Far. 5 irratii an ganamaan siifan of+qopheessa gara keen ilaala jedha waaqayyoon.  

Hundaafuu Galgalli yeroon hirriba keenya Duraa waanti goonu akkam ta'uu akka qabu itti yaaduun Dirqama yoo akkas ta'e Qofa Ganama Waaqayyoof of-qopheessuun nuuf salphata. Kun ammmoo guyyaa guutuu Abdiif Amantiin Guuutamne akka yaadnu fi bakka dhaqnuttis dammaqo akka taanuuf nu gargaara.           

     Eebbifmaa!
Waaqayyo Gooftan Bara Keessan Haa EEbbisu!

🌐 Christian Living


❌ Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii hin taane afur irraa fagaachuu qabnu,...➡️ See More

👉 See More
See More


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
Love Message ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


✉️ IMAANAA WANGEELAA NUTTI KENNAME ISA GUDDICHA

Kaayyoo guddaan Waaqayyo biyya lafaa kanarratti nu uumeef bara jiraannu hundumaa ulfina maqaa isaatiif jiraannee isa kabachiifnee akka dabarruu dha. Nuti yeroo hundumaa tajaajila ifaa fi soogiddaa kennaa jiraachuuf imaanaa guddaa ofirraa qabna.
Mat. 5:14-16 –isin ifa biyya lafaa ti;isin soogidda biyya lafaatis
Namootni hundinuu jireenya keenya isa gaariidhaan harkifamanii gara gooftaa akka dhufan gochuudhaaf jireenya ifee dukkana namootaaf furmaata ta’u akkasumas jireenya mi’aawee hadha’aa namootaa jijjiiru qabaachuun imaanaa isa guddicha nutti kennamee dha. Wangeela Mootummaa Waaqayyoo lallabuudhaan namoota gara Mootummaa Waaqayyootti akka waamnuuf imaanaa guddaan nutti kennameera.
“yesus immoo gara isaaniitti dhi’aatee “gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. Egaa dhaqaa maqaa abbaa fi kan ilmaa, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan saba hundumaa bartoota koo godhaa! waanan isin abboome hundumaa eeguus isaan barsiisaa!kunoo ani immoo amma dhuma baraatti guyyaa hundumaaf isinii wajjinan jira’’ isaaniin jedhe.” (Mat 28:18-20)
Kun ergaa guddicha nama Gooftaa Yesusitti amane hundumaattiyyuu kennamee dha. Bartootni warri jalqabaa sun ergaa guddicha kana aarsaa gurguddaa itti kaffalanii fiixaan baasanii darbaniiru. Abbootni keenya hedduun kan akka Abbaa Gammachiis (Onesimoos Nasib) fa’as bara isaaniitti ergaa guddicha kana wareegama lubbuu itti kaffalanii hojjetanii darbaniiru.
Qacceen wangeelaa deemee darbii darbee dhufee kunoo nu bira ga’eera. Har’a imaanaa kana fiixaan baasuun ga’ee tokkoo tokkoo keenyaa ti. Dhalootni hedduun mul’achuu koof kee dhimmanii eeggachaa jiru.
“uumamni hundinuu mul’achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”(Rom.28:19)

Yoo nuti hin kaanu ta’e dhalootni du’a jalaa baraaramuu hin danda’u. Anaaf ati imaanaa nyaatnee yoo deebinee golatti galle dhalootni karaa irraa kaate kun nama gara karaa sirriitti isa waamu eenyuun qaba ree?

Akkuma (Rom.10:9-17) irraa argannu dhalootni:
-yoo nuti warri ergamne hin lallabnu ta’e hin dhaga’an ,
-yoo hin dhaga’an ta’e hin amanan
-yoo hin amanan ta’e yesuusiin waammachuu hin danda’an
-yoo hin waammatan ta’e firdii/du’a barabaraa jalaa ooluu hin danda’an

Sagalee Misiraachoo isa ta’e wangeela fayyinaa kana labsuu caalaa hojii guddaan nurraa eegamu hin jiru.Nuti warri ergamne yoo dhaloota kanatti himuudhaa baanne dhalootni kun eenyurraa dhaga’a ree?Dhageessisuun ga’ee keenya,isa dhaga’anitti amanuun immoo ga’ee dhalootaa ti.
IFA SIIF IFE WARRA KAANIIF DARBII IBSI!
Nuti yeroo hundumaa tajaajila ifaa fi soogiddaa kennaa jiraachuuf imaanaa guddaa ofirraa qabna.
Mat. 5:14-16 –isin ifa biyya lafaa ti;isin soogidda biyya lafaatis

Namootni hundinuu jireenya keenya isa gaariidhaan harkifamanii gara gooftaa akka dhufan gochuudhaaf jireenya ifee dukkana namootaaf furmaata ta’u akkasumas jireenya mi’aawee hadha’aa namootaa jijjiiru qabaachuun imaanaa isa guddicha nutti kennamee dha.Wangeela Mootummaa Waaqayyoo lallabuudhaan namoota gara Mootummaa Waaqayyootti akka waamnuuf imaanaa guddaan nutti kennameera.(Mat 28:18-20)

Kun ergaa guddicha nama Gooftaa Yesusitti amane hundumaattiyyuu kennamee dha. Bartootni warri jalqabaa sun ergaa guddicha kana aarsaa gurguddaa itti kaffalanii fiixaan baasanii darbaniiru.
Qacceen wangeelaa deemee darbii darbee dhufee kunoo nu bira ga’eera. Har’a imaanaa kana fiixaan baasuun ga’ee tokkoo tokkoo keenyaa ti. Dhalootni hedduun mul’achuu koof kee dhimmanii eeggachaa jiru.

“uumamni hundinuu mul’achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”(Rom.28:19)

Yoo nuti hin kaanu ta’e dhalootni du’a jalaa baraaramuu hin danda’u. Anaaf ati imaanaa nyaatnee yoo deebinee golatti galle dhalootni karaa irraa kaate kun nama gara karaa sirriitti isa waamu eenyuun qaba ree?

Akkuma (Rom.10:9-17) irraa argannu dhalootni:
-yoo nuti warri ergamne hin lallabnu ta’e hin dhaga’an ,
-yoo hin dhaga’an ta’e hin amanan
-yoo hin amanan ta’e yesuusiin waammachuu hin danda'an
-yoo hin waammatan ta’e firdii/du’a barabaraa jalaa ooluu hin danda’an

🌐 Christian Living


SANBATA KEENYA ISA DHUGAA

Caafanni qulqllaa'aan Waaqayyoo Guyyaa ja'a uumama hundumaa uumee Guyyaa torbaffaatti akka boqotee Fi akka qulqulleesse dubbata (uma 2:2-3) Guyyaa qulqulleesse kana immoo seera dhaabbataa torbaniin sabni israa'eel eegan  godhee Guyyaa ja'a hojii isaanii akka hojjetan Guyyaa torbaffaa immoo akka hojii tokko illee hin hojjanne akka boqotanii fi qulqullinatti eegan abboome(bau 20:8-11, 35:1-3)
Abboomiin waaqayyoo kenne Kun amma Guyyaa hardhatti illee abboommii kurnan jedhanii waldaa kiristiyaanaa keessatti kan barsiifaman keessaa Isa tokkoodha
‼️ Waa'ee sanbata ilaalchisee ayyaanni kamuu kan kennaman kufaatii dhala namaa booda sanbanni garuu kufaatii dhala namaa dura
‼️ Ayyaana biroo kan kabaju nama qofa yemmuu ta'u sanbata garuu  jalqaba kan kabaje waaqayyoo dha
Bara ijoollummaa kootti sanbata jedhee kanan beekuu dilbata ture sababni isaa yeroo baayee sanbata kabajaa ,hojii hin hojjatinaa,akka sagalee waaqayyoo jedhutti Guyyaa ja'a hojjadhaa Guyyaa torbaffaa immoo qulqulleessaa kan jedhun dhaga'a
Kana males namoonni Guyyaa sabataatti hojii hojjadhee jennaan waaqayyoo na adabe osoo isaan jedhanii Nan dhaga'a ture
🧨 dhugaan lafa jiru garuu sanbanni yoomi ?(mat 28:1)
🧨 Dhuguma waaqayyoo nama Guyyaa dilbata hojii hojjetu ni adabaa ?
🧨 Sanbanni dhugumaa boqonnaa namaaf kennaa ?
🧨 Namoonni "sanbata kabajaa" jedhan ofii waan kabajan isinitti fakkaata ?
Gaaffii kana hundumaaf deebiin akka isin hin rakkifne Nan beeka
👍 Hubadhu sanbanni waaqayyoo kabaje yesus isaa garaan abbaa isaa itti boqoteedha (mat 3:17)
👍 Sanbanni keenya nuhi itti boqonnus yesus Isa nu boqochiisee dha (mat 11:28)
👍 Sanbanni keenya bara baraan itti boqonnu Fi kan nuuf kaa'ame jirus yesuusii dha (ibro 4:1_11)
Mormii gooftaa yesus irratti ka'aa ture keessaa :-
🤾Sanbata hin kabaju
🤾Guyyaa sanbataatti dhukkubsataa Fayyisaa
🤾Bartoonni Kee Guyyaa sanbataatti kan seerri dhoowwu maaliif hojjetuu Fi kkf ture
Mee hubadhaa
🚫Yesus maaliif sanbata kabajuu didee ?(Yoh 5:18)
🚫Guyyaa sanbataatti maaliif siree baachisee? (Mat 9:6)
🚫 Sanbatatu namaaf uumame malee  namni sanbataaf hin uumamne maaliif jedhee?(mat 2:27)
🚫Bartoonni yeroo isaan Guyyaa sanbataatti asheetii ciranii nyaatan maaliif dhoowwu didee?(luq 6:1)
🚫Guyyoonni biroo osoo jiranuu maaliif Guyyaa sanbataatti Fayyisaa ture ?(luq 13:14)
Deebiin kana:-
gooftaa yesus gaadidduun sanbataa inni boqonnaa namaa kennu, inni nama boqochiisu, Sanbanni dhugaan ana
Jechuu isaati .
🧑‍🎓Baga gammaddan‼️Sanbanni boqonnaa keessanii yesuus isiniif laatameera.

Kanaaf nuhi
💯 gooftaa kabajnu malee sanbata kabajnu hin qabnu
💯 Gooftaa itti boqonnu malee sanbata itti boqonnu hin qabnu
Waan dubbiftaniif galatni keessan bilchina haa ta'u.

🌐 Christian Living


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
Love Message ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dailymotivational24 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


🚩➖🎆 BAGA NAGAAN DHUFTAN🎄🚩

👋 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@gitim_alem
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dubbiilee_hayyootaa 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


Eenyutu Mootummaa Waaqayyootti Gala?

• Deebiin kun Macaafa Qulqulluu irratti malee barsiisa amantaa kamirrattiyyuu kan hundaa'ee miti.
• Namni mootummaa Waaqayyootti galuuf maal ta'uu akka qabu Yesuus, Niqoodemosiin barsiisee ture. Maal jedhee?
• “Dhuguma, dhuguman sitti hima,
eenyu illee bishaanii fi hafuura qulqulluuttii yoo dhalachuu dhaabaate, mootummaa Waaqayyootti galuu hin danda'u.” jedhe. Maal jechuudha?
• Namni gaafa jalqaba dhalatu sanyii addaam isa kufe irraa dhalate, inni immoo Mootummaa Waaqayyootti galuu (arguu iyyuu) matuma hin danda'u.
• Kanaaf bishaan (dubbii sagalee Waaqayyoo) fi Hafuura qulqulluu irraa lammaffaa dhalachuun barbaachise.
• Isa kana irraa lammaffaa dhalachuu jechuun Yesuus Kiristoos isa bishaanichaa fi hafuuricha namaaf kennutti amanuu jechuudha.
• Inni immoo warra isatti amanan dubbii isaa fi hafuura isaatiin qulqulleessee (haaressee) Mootummaa Waaqayyootti galuudhaaf kan malan akka ta'an isaan godha.
• Namni hin qulqullaa'iin mootummicha arguu iyyuu hin danda'u. Namni immoo ofii isaatiin of qulqulleessuus hin danda'u.
• Isa nama qulqulleessuu danda'u Yesuus Kiristoositti amanuudhaan, qulqullummaa inni warra isatti amananiif kennuun Mootummicha dhaaluutu Furmaata filannoo hin qabnedha.

@Grace_Tube
🌐 Christian Living


🔍 Kiristaanummaan yeroo baay’ee jireenya cubbuu hin qabne yookiis jireenya cubbuu irraa of qabuu nutti fakkaata. Kiristaanummaan jireenya yeroo hundaa gara Yesus Kiristoositti guddatuudha.

Cubbuu dhiisuu qofti kiristaana nama hin godhu, garuu erga dhiisneetii gara dhugaa Yesus Kiristoositti guddachuu qabna. Jireenya kiristaanummaa kan ittiin ibsuu dandeenyu.

🗣️ Gal. 2:20 Jireenyi
kiristaanummaa, jireenya anaa fi ati jiraannu utuu hin taane, jireenya Yesus Kiristoos nu keessaan jiraatudha. Jireenya keenya keessatti kan argamu Yesus ta’uu qaba malee kan biraa miti. Jireenyi kiristaanumaa kan Yesus kiristoos itti nu waame, jireenya haalaa fi yeroon hin dangoofne, lolli jiraatus, jireenya mo’ichaa, bu’aa ba’iin jiraatus jireenya gammachuu fi akkasumas jireenya guddummaan Waaqayyo keessati mul’atudha. Kiristaanummaan jireenya nun itti cubbuu irraa of qabuuf yeroo keenya yaadaa fi lolaan balleessaa oollu osoo hin taane, jireenya gara Yesus Kiristoosiin fakkaachuutti guddannudha.

🗣️ 1Qor 11:1 - Har’a, kiristaanummaan, Waldaa dhaquudhaan kan daanga’uu fi tajaajilaan kan murteeffamu ta’ee mul’ata. Garuu kiristaanummaan jireenya dhuunfaa, kan namni tokkoo fi Waaqayyo itti wal beekanidha. Kana jechuunis, kiristaanni tokko kiristaana ofiin jechuu kan danda’u hariiroo inni qofaa isaatti Waaqayyoo wajjiin qabuunidha. Kun immoo waldaa dhaquu qofaan yookaan immoo tajaajilaan kan argamu miti. Kiristaanummaan Hariiroo amanaan tokko qofaa isaatti Waaqayyoo wajjiin qabaatee jiraatudha.

🗣️ Mul. 3:20 Kiristaanummaan jireenya Hafuura Qulqulluun , gara fakkaattii Yesus Kiristoositti guddachuuti. Gara isa Kara isa waan hundumtuu guutuu ta'etii ha guddanuu

🌐 Christian Living


Oh my God hear my voice 🙏


Macaafa Fakkeenyaa 3:1-10

1 Yaa ilma ko, gorsa koo hin irraanfatin, abboommota koos yaadatti qabadhu!
2 Isaan guyyoota baay'ee fi waggoota baay'ee, nagaatti jiraachuus siif in dabalu.
3 Gaarummaa fi amanamummaan sittii hin fagaatin! Morma keetti isaan hidhadhu, gabatee garaa keettis isaan caaffadhu!
4 Yommus ati Waaqayyo duratti, nama durattis maqaa gaarii in argatta, faara tolaadhaanis in ilaalamta.
5 Garaa kee guutuu Waaqayyoon amanadhu, hubannaa ofii keetiitti hin hirkatin!
6 Karaa kee hundumaatti isa yaadi, innis daandii kee siif in qajeelcha.
7 Ani ogummaa qaba ofiin hin jedhin; Waaqayyoon sodaadhu, wanta hamaattiis fagaadhu!
8 Kun fayyaa dhagna keetiif, cimina lafee keetiifis in ta'a.
9 Qabeenya keetiin, ija midhaan keetii hundumaa keessaa isa duraatiinis, Waaqayyoof ulfina kenni!
10 Yommus midhaan gombisaa kee in guuta, daadhiin waynii kee inni haaraanis guutee iddoo cuunfaa waynii kee irra in dhangala'a.


Sagalee Kana Yaadaa Guyyaa Ulfinni Waaqayyoo Irratti Mul'atu akka qabaattan nan amana! Oolmaa Gaarii

🌐 Christian Living


🗣️ Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan kee amaloota armaan gadii kana fudhachuu qabdu: 💔
👇👇

https://gaggeessummaa.com/hariiroo-cimaa-qabaachuu


Nama mootiin ulfina kennuufii jaallatuuf maaltu godhama?
----
Nama mootiin ulfina kennuufii jaallatuuf:
1, Uffanni mootummaa inni mootichi uffatu.
2, Fardi inni mootichi yaabbatu.
3, Gonfoon mootummaa inni mataa fardichaatti kaa'amu haa dhi'eeffaman !

yommus mootichi ariifadhuu akkuma jette, uffaticha, fardichas, fudhitii yihudicha isa karra kella mana mootummaa kooti duura jiru sanaaf akkuma jette godhi. Wanta dubbatte hundumaa keessaas tokko illee duraa hin hir'isiin jedhe haamaanitti in dubbate kana irratti haamaan uffatuchaa fi fardicha fidee, uffatuchaa mordekaayitti uffisee, Karaa mandaratti isa bekama irra adeemsisee, fuula isaa dura bu'ees,"kunoo nama mootiin ulfina kennuufii jaallatuuf kanatu godhama jedhee in labse (Asteer 6:6-11)
Haamaan kan yaade ture anaa malee kan mootitii dhiyatu hin jiru jedhe ulfinnichi anaafi se'ee ulfina kana hunduma dubbate, garuu mootichi dubbii galagalchee yihudicha balbala dura jiruuf godhi jedhee isayyuu kan nama dhibu tokko keessaa hin hir'isin jedhee waanuma mootichi itti hime hunda Mordekaayiif in godhe.
Halleluyyaa 🙏

Obbolessa koo obboleettii koo Waaqayyoo waa'ee keetif dubbii galagalchee
* du'a kee jireenyatti
* gadda kee gammachuutti
* salphina kee ulfinatti
* ari'atama kee kabajatti
* boo'icha kee kolfatti
  
siif jijjiira Waaqayyo inni waa'ee keef calluma hin jenne! Ameeeeen jedhii fudhadhu! 🙏

🌐 Christian Living


“Borofni akkuma bishaan yaa'u argachuu yaadu, lubbuun koos akkasuma si yaaddi, yaa Waaqayyo!”
— Far. 42:1
Borofni burqaa bishaanii irraa fagaatee jiraachuu hin danda'u. Innis sababoota gurguddoo lamaaf.
1) ammaa amma waan dheebotuuf. Dheebuun sana bahuuf yeroo hundumaa burqaa bishaanii bira jiraachuu qaba. Daawwit waa'ee waaqayyoo gaafa ibsu lubbuun koo akkasitti si dheebotti jedha. Waaqayyoon waaqeffachuun akkasiidha. Yeroo hundumaa isa yaaduufi dheebochuudha.
2) qaama ishee keessaa xuriin bahu baayyee waan xiraa'uuf, kunimmoo bineensoti biroon foolii fuudhanii dhufanii waan isa nyaataniif yeroo hundumaa burqaa bishaaniitti dhiqachuu qaba. Wanti dhaqna keenya isa moofaa, jechuun addaamummaa keenya isa duraa keessaa bahu baayyee foolii gadhee qaba ture. Humni dhiiga kristoos garuu waan hundumaarraa, foolii badaa hundumaarraa, cubbuu hundumaarraa qulqulleessuuf ga'aa waan taheef nuyi yeroo hundumaa dhiiga kristoos irraa fagaachuu hin qabnu.

Ayyaanni waaqayyoo isiniif haa baayyatu!

🌐 Christian Living


DHUGAA.

Namicha qoraan baddaadhaa cabsaa gurguru tokkotuu Jira.
Guyyaa tokko osoo inni qoraan cabsaa jiru. gurbaan tokko diinota isaa Jalaa dheessaa fiiigaa isatti dhufe. Maaloo qoraan walitti qabde kana jalatti na dhoksi. Diinonni kiyya duuba kiyyaan na hordofanii dhufaa jiru jedheen. Tole rakkoo hinqabuu Jala seeniitii dhokadhu jedheen. gurbaanis qoraan kana Jalatti ni dhokate.

Erga inni dhokateen booda diinonni gurbaa duubaan ari'aa jiran suni. dhufanii namicha qoraan cabsu kanaan gurbaa bifiti isaa akkanaa. uffanni isaa kan akkasii. karaa kana darbee Jira argitee jirtaa jedhanii gaafatan. namichis. eeyyen argee jira. qoraan kana keessatti isa dhokse. Achi keessa barbaadaa ni argitan jedheen. Gurbaan dhokatee jiru Kuni waan namichi diinota isaa kanaan jedhu ni dhagaha. baayyee rifate. Baay'ee sodaates. Sana booda diinonni kuni waliin haasahanii. namichi Abbaan qoraanii kuni nu sobaa Jira. Gurbaan qoraan kana jala hinjiru. Yaanni isaa hanga nuti qoraan akkanatti heddummaatu kana jala isa barbaannutti. Gurbaan nujalaa dheessee akka fagaatuufi jedhanii qoraan kana Jala gurbaa barbaaduu dhiisanii. karuma dura irra fiigaa turan irra gurbaa barbaaduuf fiigicha isaanii itti fufan.
Yeroo diinonni achi fagaatan. Guraban qoraan san jalaa miira sodaatiin olbahee. namicha abbaa qoraanii isa dhokse sanaan. akkamitti ofuma keetii na dhoksitee akka ani as jala jiru itti himta. Fayyaa hin qabduu. Maaliif akkanatti garaa jabaatta. Xiqqumallee hin yaadduu jedhee miira aariitiin dubbate. Namichi Abbaan qoraanii Kunis tasgabbiidhaan yaa mucaa kiyya na dhagahi jedheen.

Sobni yoomuu nama hin baasu. Dhugaa Osoo ani hardha sobee jarri kuni qoraan kana Jala si barbaadanii si arganii si ajjeesan ture jedheen. Amma karaa nagaa deemi. yoomuu dhugaa malee hin dubbatin. Dhugaan rakkoo hunda jalaa nagaa si baasa. Namoonni hedduun sobni waan rakkoo jalaa nama baasu isaanitti fakkaata. Garuu akkasii miti dhugaan jalqaba irratti ni hadhoofti dhumti ishii garuu mi'ooftuu akka dammaati. Rakkoo feete keessa yoo jiraatteyyuu dhugaa dubbadhu jedheen. Seenaa kanarraa gorsa bareedaa argattan jedhee yaada.


🗣️ Dhiirri tokko gaa'elaaf gahaa erga ta'ee booda sababoota muraasaaf gaa'elatti galuu dhiisee turuu danda'a. Gaa'elli dhiibbaa alaatiin utuu hin taane karooraa fi dhiibbaa jaalala keessaan dhufuun kan ijaaramu ta'uutu irra jiraata. Guutummaa isaa website keenya seenuun dubbisaa👇👇

https://gaggeessummaa.com/qophii-gaaelaaf-barbaachisu-2/


Far. 23
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!
² Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
³ inni lubbuu anatti in deebisa, maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa.
⁴ Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu.
⁵ Utuma warri na cunqursan ilaalanii, ati maaddii anaaf in dhi'eessita mataa koos dhadhaa ejersaa in dibda, xoofoon koos guutee irra in dhangala'a;
⁶ eyyee, bara jireenya koo hundumaatti gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u; guyyoota kana hundumaafis mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.

@Getu_Official

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.