Lubni sagalee guddistuu qabatee "Qodaa buusii keessaa kan Saantimaa hate eenyu?" Yeroo jedhu, Daaqoniin dudduuba taa'ee, "Hin dhaga'amu!" Jedha. Ammas irra deebi'ee gaafata. Daaqonichi Ammas hin dhaga'amu jedhaan. Yeroo kana lubni Arree, "Mee koottuutti as dhaabadhuu dubbadhu, animoo achii taa'een akka hin dhaga'amne adda baasa" jedhaniin.
Daaqoniin bakka lubichaa dhaabbatee "lsin keessaa kaleessa galgala haadha warraa nama biraa waliin kan bule eenyu?" Yommuu jedhu lubichi dhaga'ee, dhugumayuu hin dhaga'amu" jedheen. "Wal argarre yaa uurroo karaa qaawwaa" jedhe Daaqoniin keessa isaatti.😱🙊😅😅😅🤣
Kottaa kolfaa
Kottaa kolfaa 🫣