Dhiirri jaalallee isaa waliin wal dhabnaan gocha inni godhuu fi amaloota inni agarsiisu🙂
~ Ganamaan mana dhugaatii deema ykn guyyaa yeroo aduun ofiinuu si macheessuu barbaadu keessa mana dhugaatii deema😁
~ Hiriyoota isaarraa fagaatee qofaa mana keessa taa’aa oola ykn safara keessa qofaa jooraa oola😁
~ Manaa nyaata hin nyaatu. Yoo maatiin nyaata nyaadhu jedhaniin nyaadheen dhufe nan jeeqinaa jedhee ba’ee deema. Jaalalli maal nama hin gootu😥
~ Shamarran qeeqaa oola. Dubara jechuun b*ofa mnmn jedhee arr*bsaa oola. Asuma Online kanarra waan baay’ee agartu waan akkanaa😆
~ Jaalalli dhugaan hin jiru dubarri hunduu qarshiitti amanti jedha [Dubara hunda eessatti argee amalashee bare? Aarii ishee inni jaallatu sun isa xaasteef(isa dhiisteef) hunduma hammeessa malee]😅
~ Ani sigmadha of ta’een jiraadha jechuu jalqaba. Akkana jennaan isa xumuraati intala sossobee dadhabee abdii murateera jechuudha😀
Wantan dagadhe qabaayi? Dhiirri amallisaa akkana ta’e dhufee as koomentii irratti na qeeqaa