Dhugaawwan Xiin-sammuu Ajaa'ibsiisoo!
🔥 1. waa'ee nama tokkoo baay'ee yaadaa jirtu yoo ta'e; Namni isin yaadaa jirtu sun Isin Dura Waa'ee keessan yaadaa ture!
🔥2. Ummata addunyaa irra jiran keessaa %1 qofatu miira isaa milkiin dhoksuu danda'a!
🔥 3. Cimanii Hojjachuun milkaa'ina caalaa gammachuu fida!
4. Abjuu keenya keessatti irra deddeebiin waa’ee nama tokkoo abjoochuun; Namni sun akka nu yaadee fi Waa'ee keenya akka yaadaa jiru Agarsiisa!
🔥5. Namoonni dhibbeentaan 90% Ergaa isaanii Afaaniin dubbachuu caalaa Barreeffamaan dabarsutu salphataaf!
🔥6.Namni wanta wayiitiif dhimma akka hin qabne of fakkeessu nama Wanta saniif Eenyu Caalaayyuu dhimmamuudha!
🔥7. Akka qorannoon hedduu agarsiisutti; Nama tokko akka hin Yaadne Yoo fakkeessinee miira keenya Nama saniif qabnu yoo dhoksine, kan duraa caalaa nama sana akka Yaadnu nu taasisa!
🔥8. Halluuwwan gara garaa fayyadamuun kalaqa Duraan qabnu daraan akka nuuf dabalu taasisa!
🔥9. Hirriba Halkanii rafuu dadhabuun Ykn hirribni nu diduun Namni wayii Waa'ee keenya Abji'aayaa akka jiru agarsiisa!
Itti fufa... 👍
Share😂Kottaa Kolfaa 🤣