Kana beektuu❓
✅Uumama lafa kanarra jiran keessaa, kan muka muru dhala Namaa qofa yemmuu ta'u, Muka murame sana immoo gara Waraqaatti jijjiiree, Waraqicha irratti "Muka hin muriinaa!" jedhee kan barreessus dhala Namaati.😁
Kottaa kolfaa 😁😂😢