TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage

16 May, 10:19

Open in Telegram Share Report

Wantoota Gaa'ela Miidhan Keessaa Muraasa

1. Miirri wal hin madaalle gaa'ela ajjeesa!
2. Walshakkuun Gaa'ela ajjeesa.
3. Itti gaafatamummaa gaa'elaa ofii bahachuu dadhabuun mana irrattis  Walamanuu dhabuun Gaa'ela ajjeesa.
4. Walkabajuu dhabuun Gaa'ela ajjeesa.
5. Dhiifama gochuu dhabuun, wal hammeessuun, Jibbuun, Hammeenyii fi aariin Gaa'ela ajjeesa.
6. Falmiin hin barbaachifne gaa'ela ajjeesa.
7. Iccitii Eeguu dhabuun gaa'ela ajjeesa.
8. Amanamummaa dhabuun (maallaqa, miiraa, xinsammuu, meeshaa fi kan kana fakkaatan gaa’ela ajjeesa.
9. Walqunnamtiin/Hariiroo gaarii hin taane gaa'ela ajjeesa.
10. Sobni salphaatti gaa’ela ajjeesa;  gama hundaan hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin garaa qulqulluu taʼi!
11. Warra/Maatii Hiriyaa Gaa’elaa Keessan Irra Dursa Kennuun Gaa’ela Ni ajjeesa.
12. Walitti dhiyeenya dhabuun yookiin hin gammachiifne gaa’ela ajjeesa.
13. Hinaaffaan gaa'ela ajjeesa.
14. Dubbiin Garmalee Dubbachuu fi Dubbiin Of Eeggannoo Dhabuun gaa'ela ajjeesa.
15. Hiriyaa Gaa'elaa Kee Waliin Yeroo Xiqqoo Dabarsuun gaa'ela ajjeesa.
16. Ofitti qofa amanuun  gaa'ela ajjeesa.
17. Jaalalli Paartii, Maallaqa, dhuunfaatti waa bituu fi Naamusa Maallaqaa dhabuun gaa'ela ajjeesa.
18. Ga’umsa/Hir'ina Hiriyaa Gaa’elaa Kee Warra yookiin Obbolaa Keetiif Saaxiluun gaa'ela ajjeesa.
19. Shaakala Hafuuraa Tuffachuu fi Waliin Kadhachuu dhiisuun gaa’ela qofa utuu hin taane jireenya kee ajjeesa.
20. Sirreeffamaa fi Ceephoo kuffisuun gaa'ela ajjeesa.
21. Yeroo Hunda Fuula Gaddaa Uffachuun/fuula guuruun Ta'uun gaa'ela ajjeesa.
22. Dubartummaa jibbuun gaa'ela ajjeesa.
23. Olaantummaan dhiiraa qofti gaa'ela ajjeesa.
24. Aarii fi ofto'achuu dhabuun to'annaa ala ta'e gaa'ela ajjeesa.

@Gaaela_Gaarii
@Marriage_Counseling

Nuuf barreessaa
✍️ @Gaaelabot

880 1 5 14
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Blog Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot