Digital job News


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Well come

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


Gaaffii keessan irratti hundaa'uun karaa gabaabaa ittiin ton argattan isiniif dhiheessinee jirra

Hojiin kunis baayyee salphaa kan ta'eedha

Guyyaa 3 gidduutti linkii keessan yoo nama 10 affeertan ton 1 yeruma sana isiniif kenna

Ton 1 birrii 800 akka ta'e beekuu qabdu

Hojiin kun osoo nama hin affeerinis ofumaan mine isiniif godha


Jalqabuuf👇👇👇👇
https://t.me/tonee_app_bot?start=3f8966f9

Ergaa dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhaa


Oduu Ammee

Waan baayyee nama gammachiisu qabannee dhufnee jirra

Hojii haaraa kaleessa jalqabame kan tap tap gochuu qofaan doolaaraan isiniif lakka'aa deemu guyyaatti qarshii 1000 ol yookaan doolaara 10 irraa argattan

Akkasumas ammuma hojjettanii kan amma withdraw gochuu dandeessu

Ammuma Liinkii armaan gadii tuqaa jalqabaa
👇👇👇👇👇👇
http://t.me/taptether_bot?start=QCCBKKA


Amma hojjedhuu withdraw gochuun ni danda'ama
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇Share and Earn Rewards with Ably! https://t.me/AblyBot?start=1783755982




⭐⭐️Oduu gammachiisaa ⭐⭐⭐️

Carraa kana fayyadamuu qabdu
Telegram star gatii guddaatti gurguramuu danda'a
Namni star ⭐100 qabu qarshii 112tti gurgurata

Namni star⭐️ 2500 qabu qarshii 2599 tti gurgurata

star ⭐️⭐ kana argachuun baayyee salphaadha

Star ⭐ 2500 ol bilisaan argachuu, dandeessu Task jala seentanii hojjechuu qofaan argachuu dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=1783755982




Hojii kana amma hojjettanii amma qarshii irraa baafachuu dandeessu

📅Guyyaa list itti tahu osoo hin eegin bot qarshii ittiin hojjettan.

📌Preton drop jedhama nama afeeruun fi taskoota jiran hojjechuun maallaqa
isiniif kenna.

(Nama tokko invite yeroo gootan -->0.003 TON fi (50$preton) argattu.

⚠️ Minimum withdraw'n ➡️ 0.5TON. Kana jechuun qarshii 500 jechuudha
1TON>8$]

💲💲 100% dhugaadha.💲💲

Yoo hin jalqabne tahe liinkii kanaa gadiin jalqabaa 👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/preton_drop_bot?start=109eb170-0273-451f-8dbf-7b532e4b149b


This airdrop is new and do the first one now
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👆https://t.me/Moonton_aidrop_bot?start=1783755982


Forward from: ABDII SABAA
#Birmannaa_Lammiif
#Challenge

Birmannaa Hawaasa Keenya Wallagga Lixaa Beegii fi Qondaalaaf godhamuuf sochii eegalamee jirutti makamaa🙏

Saba Oromoo haala kanaan miidhamaa jiranu gargaaruuf qarshii kudhan irraa kaasuun haga dandeenye ha gumaachinuufi, namni maxxansi kun bira ga'e, hunduu ammuma waan qabnuun ha deeggarru.

#Challenge'n keenya qarshii kudhan irraa kaafna, sanaa ol haga dandeenye gargaarra, yoo maxxansi keenya nama kuma 20 bira ga'ee, namni kumni 10 qofti deeggarsa yoo godhe, qarshii kuma 100 hawaasa keenyaaf gargaarsa goone jechuudha.

Yoo ta'asuma maallaqa gargaarru dhabne, maxxansa kana qoodnee nama gargaaruu danda'u biraan haa geenyu.

#Challenge'n eegaleera deeggarsa gootan, screenshot kaasuun karaa keessaan nuuf ergaa.

👉 Deeggarsa kana irratti hirmaachuuf

Lakkoofsi herreegaa maqaa namoota sadii:

1. Arfaasee Hirkoo Kumsaa
2. Birruu Tsaggaayee Jimaa fi
3. Tamasgen Gammachuu Nagarootiin banameera.

Qindeessitoonni:
1. Eebbisaa Baayyisaa
2. Marid Tulluu fi
3. Taagal Daaqaati.

Lakk. Herreegaa Baankii:
Baankii Daldala Itoophiyaa -1000577668117
Baankii Hojii -Gamtaa Oromiyaa -101040013
Baankii Awaash -013201118948100
Baankii Oromiyaa -1636462700001

Jiraatti waliif haa birmannu.

#Ulfaadhaa🙏

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA


Giiftii shaggooyyee, kiilolee sagaleen ishee simbira inaafsisu, haadha walleewwan ammayyaa Afaan Oromoo, hangafa weellsitoota keenyaa kan taate, Haloo Daawwee seenaa addaatiin yaadatamti. 

Baabura Yaabbadheen Dhufaatii hanga Obboleessi Gaariitti, dur bara dukkanaatii hanga fiixee bara dimimisa 1990-ootaatti, akka utubaa tti dhaabbattee Afaan Oromoo kan utubde, fakkeenyi weellostoota dubartootaa, hiriyaan Ilfinash Qannoofi Maaramee Harqaa har'a gara fuula rabbii deemteetti jedhan. Waaqayyo lubbuushee jannata haa qananiisu. RIP


Waraana Israa’eliifi Hamaas Gidduutti Deemaa Jiruun, Taatee Haaraan Maaltu Jira?.
Hamaas, weerara humna waraana lafoon Israa'el Gaazaa irratti raawwachuuf jirtu qolachuuf qophii ta'uu ibse.

Hamaas Sanbata darbe Israa’el irratti haleellaa hin eegamneefi tasaa erga raawwateen booda, waraanni Israa’eliifi Filisxeem gidduutti deemaa jiru har’a torbee guutee jira.

Lakkoofsi namoota haleellaa Hamaasiifi haleellaa deebii Xiyyaaraa Israa’elii gama lachuu irraa ajjeefamanii 2,800 ol ta’uun gabaafamaa jira.

Akka odeeffannoon Israa’el baaste ibsutti, lakkoofsi namoota haleellaa Hamaasiin ajjeefamanii 1300 akka ta'eefi namoonni Kuma 3fi 300 ol haleellichaa madaa’uu isaanii hime.


Ani maaliifan Uumamee?

Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.

Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.

Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?

Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.

Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
@DubbisaanHayyuudha


📢 በ0 አመት ልምድ አዲስ የስራ ማስታወቂያ National Bank & Ministry of Sport Vacancy ★

📆 Deadline: October 19th, 2023

🏢 Position: Internship/Graduate Trainee Program

🎓 Qualifications:
- Bachelor's degree in Architectural Engineering, IT, or related discipline
- Bachelor/Masters degree in Management, Marketing, Business Administration, Economics
- Bachelor's degree in Journalism, Marketing, and related fields
- Bachelor/Masters degree in Law or International Relations
- And more! Check the website for the full list.

📍 Location: Addis Ababa

💰 Salary: Competitive remuneration package

Don't miss this incredible opportunity to kickstart your career and gain valuable experience. Apply now and be part of our dynamic team!

How to Apply??
👇👇👇👇
https://click.et/Newjob/📢-national-bank-ministry-of-sport-vacancy-🎓/ :

https://t.me/egereevoice






Kerchanshe Trading gita Hojii Duwwaa [Eebbifamtoota Haaraa].

Gitoota hojii: Leenjifataa

Muuxannoo: Waggaa 0

❇️ Ulaagaa: Barnoota Herregaa, Faayinaansii, Manaajimantii, Bulchiinsa humna namaa, bulchiinsa daldalaa, bulchiinsa daldalaa ykn dameewwan kanaan walqabatan irratti BA

📌Odeeffannoo guutuu akkaataa itti hojjatamu ilaaluuf link kana fayyadamaa

👉 Toora interneetii irratti iyyachuu
👇👇👇
https://abayjobs.com/bakka-duwwaa-daldala-kerchanshe-2664

▫️ Nama hiriyoota Keessaniif Share & Forward godhaa
Hojii biraa argachuuf chaanaalii armaan gadii kana join godhaa
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/egereevoice




Namoonni Dv bara 2025 bakka jirtaniitti guutuu feetan karaa telegrami group kanaa nu quunnamaa odeeffannoo guutuu wajjiin koottaa nu quunnamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+slGVifQ59a5iMzVk




Seenaa start godhaa badhaaafamaa
Nama shan qofaatuu hafee mirkanneessuuf

👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/easy_usdt_claimer_bot?start=1783755982

20 last posts shown.

154

subscribers
Channel statistics