Forward from: Gaa'ela π©β‘πͺ Marriage
π₯ #Dargaggootaaf π₯
π Jaalallee kee affeerraa irbaataa taasisuun tursiisuuf hin yaalin! π
π Waamichii fi kunuunsi guddaan jaalallee gara #shaakala_hafuuraatti fiduudha.
π #Kennaa_jaalalaa waliif kennuu ni dandeessu, jaalalli keessan garuu kennaa irratti hin hundaa'in! Sababni isaas, walitti dhufeenyi kennaa irratti hundaa'e gaafa #kennaan sun xumuramu xumurama!
π Share gochuun hiriyoota jaalattaniif dabarsaa! β
π©· @Gaaela_Gaarii π
@marriage_counseling
Yaadaaf π @Gaaelabot