KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


➬ Killeen gaafa humna keessatiin cabxe cuucii taati,Yoo dhiibbaa alaatiin cabxe immoo jireenyi isii dhume.
→Channel Kana jalatti wantoota argachuu dandeessan
✔Jechoota kaka'uumsa📜
✔ kitaaboota pdf📚
✔Jechoota Kolfa🤣
→JOIN GODHAA🥇
★CEO:- @B_Einstein2

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Odeeffanoo "Kana beektuu'n" namoonni bohaara barachuu barbaaddan qofti Chaanala keenya DAMBALII BEEKUMSAAtti dabalamaa!! 👇👇




#Kaayyoodhugaa1

Lubbuu malee Sammuun nu keessa hin jiruum 🛌


#Kaayyoodhugaa1

Barsiisaan giddu galeessa ta’e tokko waan tokko ni hima. Barsiisaan gaariin waan tokko ni ibsa.Barsiisaan olaanaa waan tokko ni agarsiisa.Barsiisaan guddichi garuu waan tokko rawwachuuf nama kakaasa.

#Wiliyaam_Artar_Waard


#Kaayyoodhugaa1

☞Titiisa Titiisa kan jechisiise jiraachuu
dadhabuu osoo hintaane, filannoo
wallaaluudha.
Join


#Kaayyoodhugaa1

Ay mataa koo 🙆

Bokkaa keessa [ xilaa ykn dibaabee ] dachaasee
Baatirii qabadhee osoon deemuu bokkaan na tortorse hollachaa osoon deemuu gurbaan tokko natti dhufee maal maal
Bro xilaa dachaaftee baatirii qabattee deemtaa naan jedhe
Amma of yaadheen hollachaa taa'ee boo'aa jira


#Kaayyoodhugaa1

Nama ta'uutu ulfaata malee nama fakkaachuun salphaadha!


#Kaayyoodhugaa1

Addunyaa kanarratti abjuun akka dhugaa ta'uuu danda'u atis gama keen mirkaneessuuf jiraadhu!


#Kaayyoodhugaa1

##JECHOOTA HAYYOOTAA!!!🌻

🌟.👉 Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura waan duuba jiru ilaaluun gaariidha.

🌟👉 Kaayyoo kee galmaan gahuuf wanni si daangessu hin jiru, yoo ati of daangessuuf murteessite malee.

🌟 👉Yeroo diinni kee dammaqu hin lolin, si injifachuu waan danda'uuf!

🌟👉Dhugaa kee gaafa barbaaduu jalqabdu namoota naannoo keetii si soban barta.

🌟. 👉Galma itti cichitee milkeessitu tokko qabaadhu.

🌟👉Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanii, rakkoo ofii waliin du'uun fafa.

🌟.👉 Nama si sobu wajjjin gammaddee kolfuu irra, nama dhugaa sitti himu wajjiin gadditee boohuu sii wayya.

🌟👉 Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!

🌟👉 Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin yaanne baachuudha!

🌟 👉Addunyaa tana irratti harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus, namni akka harreetti yaadu hin dhabamu!

🌟👉Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha!

🌟👉 Abbaa qabeenyaa guddaa ta'uuf dirqama qabeenya guddaa irraa hojii eegaluu hin qabdu.

🌟👉Hir'ina Namaa haasa'uun dura ati hir'na irraa qulqulluu ta'uu kee of gaafadhu.

🌟👉 Nama rakkoo isaaf furmaata si gaafate itti hin boonin, Atis boru waan si mudatu hin beektuu!

🌟👉 Namni jiraachuu kee jibbu, milkaa'ina kee akka waraana addunyaa sadaffaatti sodaata.

🌟👉 Namoota akka Alaabaatti ganama si fannisanii, Galgala gadi si buusaniif bakka hin kennin.

🌟👉 Namoonni galma isaanii beekan tasa harka hin Keennan.

🌟👉Rakkoo faarsuun amala nama kutannoo hin qabneeti.

🌟 👉Kutannoo qabannaan bakka hawwite ooltee bultee ni geessa.

🌟.👉 "Amma rakkinni si rakkisuutti ati hin rakkatin" [Jecha Ameerikaanotaa]

🌟.👉 "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha" [Jecha warra Arabaa]

🌟.👉 "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha" [Jecha warra Chaayinaa]

🌟.👉 "Nama Jaallataniif maallaqa hin liqeessan" [Poolandoota]😁

JOIN
@Motivational_Gallery


#Kaayyoodhugaa1

Namni gorsaafi barsiisa abbaafi haadhasaatii dhaggeeffatee
guddate, bifa salphaa ta'een hingowwoomsamu.


Join for more
#Kaayyoodhugaa1 #Kaayyoodhugaa1



#Kaayyoodhugaa1

Bayyeema na dhibe
1. Bilbila qabdu mitii?
2. Telegram banattanii qabdu?
4. Kana dubbisuun yeroo kees gubaa jirta?
5. Lakkoofsi 3 akka hin jirree hin hubannee, Gosh😳
7. Deebitee check gootee/ilaalte.😏
8. Ammas Gowwomteetta Lakk 6 hin jiruu.🤓
9. Ofitti kolfite🤣
10. Lakk 4 akka hin jirre in yaadannee😁
11. Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte.😋
12. Ammas Gowwomteetta ati nagaa miti jechuudha. 😒

Ilaa jireenyi akkasitti namatti taphatti; as gaafa jettu achi, achi gaafa jettu as jirti. Akkamittin akkas taane abba Iddoosa?🤯


Join for more
#Kaayyoodhugaa1


#Kaayyoodhugaa1

Namni sababa jiraatuuf qabu waan hundumaa obsuu danda'a!

Firedirik Niichaa 🔥


#Kaayyoodhugaa1

AKKAMITTI OF KABAJJA?

(1) Kan si hin barbaanne barbaaduu dhiisi.

(2) Nama akka keetii Kadhachuu dhiisi.

(3) Waan barbaachisu caalaa dubbachuu dhiisi.

(4) Namoonni yeroo si hin kabajne hatattamaan isaan dura dhaabbadhu.

(5) Nyaata namoota biroo kan kee nyaatan caalaa hin nyaatin.

(6) Akkaataa namoota tokko tokko itti daawwattu hir'isi, keessumaa yoo isaan deebii hin kennine.

(7) Ofii kee irratti invast godhi. Of gammachiisi.

(8) Waa'ee namoota biroo oduu bashannansiisuu dhiisaa.

(9) Dubbachuu kee dura yaadi. Namoonni akkamitti akka siif iddoo guddaa kennan keessaa %80 waan afaan kee keessaa bahudha.

(10) Yeroo hunda waan gaarii fakkaadhu. Akkaataa itti dubbatamuu qabutti uffadhu.

(11) Nama galma ga’iinsa argatu ta’i. Kaayyoo kee irratti bobba'i.

(12) Yeroo kee kabaji.

(13) Hariiroo kabajaa fi gatii akka sitti hin dhagahamne keessa hin turiin. Achi irraa fagaadhaa.

(14) Maallaqa ofii keetii baasuu baradhu. Namoonni akkasitti baasii siif baasuu ni baratu.

(15) Yeroo tokko tokko hanqachuu.

(16) Fudhataa caalaa nama kennu ta’i.

(17) Bakka hin afeeramne hin deeminaa. Yeroo affeerramtan immoo simannaa keessan caalaa hin turinaa.

(18) Namoota haala isaaniif malutti sirriitti ilaali.

(19) Maallaqa si irraa qaban malee yaaliin bilbilaa lama gahaadha. Yoo gatii siif kennan battalumatti siif bilbila .

(20) Waan hojjettu irratti ga’aa ta’i. Waan hunda caalu ta'i


#Kaayyoodhugaa1

"Dhama'ummaa jechuun wanuma walfakkaatu irra deddeebi'anii Hojjechaa Bu'aa Harawa eeguudha"🤷‍♂...Albert Einstein


#Kaayyoodhugaa1

✅Gowwummaa daangaa hinqabne gowwoomaa hin jiraatin. Dammaqaa jiraadhu;Jiraachaa dammaqi😁


#Kaayyoodhugaa1

WANTOOTA SHAN GURGUDDOO KAN SAMMUU KEENYA MIIDHAN

1. Ciree ykn faxara nyaachuu dhisuu

2. Nyaatuma argattee nyaachuu, gosa nyaata filachuu dhisuu, keessattu nyaata sukkaarri itti baayyatee nyaachuu

3. Hirriba gahaa rafuu dhabuu

4. Boqonnaa gahaa dhabuu

5. Teknoolojii adda addaa kan akka mobaayila fi laptop fi kkf yeroo dheeraaf osoo jiddun boqonnaa hin fudhannee yeroo dheeraaf fayyadamuu!!

Galatoomaa
!!


#Kaayyoodhugaa1


#Kaayyoodhugaa1

WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN👈
================================
▪️Karoora kee.
▪️Dadhabina kee.
▪️Kufaatii kee.
▪️Iccitii kee.
▪️Sochii kee kan fuul-duraa.
▪️Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.

JAHAN KANA AMMOO HUBADHU! 👈
▪️Yaadi malee hin dhiphatin!
▪️Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
▪️Dandeettii keetti fayyadami!
▪️Dogoggora kee irraa baradhu!
▪️Ofitti amani!
▪️Dandeettii kee beeki!

☞Yoo Jaallattan Hiriyoota Keessaniif Qooda!!


#Kaayyoodhugaa1


#Kaayyoodhugaa1

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!


𝐇𝐔𝐁𝐀𝐃𝐇𝐔!👇
❤️
🌺𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘Y𝐀𝐀𝐍👉𝐆𝐀𝐍𝐓𝐔𝐔𝐍 𝐖𝐀𝐀
𝐒𝐀𝐃𝐈𝐈 (3):👇

➊. Qoree bishaan keessaa
➋. Bofa marga keessaa
➌. Summii midhaan keessaati.

☞𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘𝐀𝐀𝐍 👉𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 𝐖𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋 (9)

☞Garuu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha
👉➊. Abdii jiruu
👉➋. Obsaa jiruu
👉➌. Gorsaa jiruu
👉➍. Qajeelchaa karaa
👉➎. Dawaa sammuu
👉➏. Irkoo guyyaa rakkoo
👉➐. Galma geessaa kaayyoo keeti.
👉➑. Jajjabeessaa hojii keeti.
👉 ➒. Gorsaa guddinaati.

🧨 Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya.Maaliif seete, diina akka diinatti beektee irraa fagaatta. Garuu hiriyaan gadheen si fakkaatee si nyaata.

☞𝐊𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞:👇

👉➊. Jireenya kee balleessee namaa gadi si godhuu.
👉➋. Agartuu kee jamsee ija kee balleessuu.
👉➌. Miila kee mummuree tarkaanfii si dhorkuu.
👉➍. Harka kee si hidhee hojii irraa si hambisuu.

☞𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘𝐘𝐀𝐀𝐍 𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 𝐇𝐎𝐎?👇
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

👉➊. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa.
👉➋. Yoo gaarii hojjatte gammachuu siif qaba.
👉➌. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama.
👉➍. Bakka ati hin jirretti toltuu kee haasa'a.
👉➎. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara.
👉➏. Olfuudhee si baatee tabarra si dhaaba.
👉➐. Kabaja siif laatee maqaa kee ol qaba.
👉➑. Gammachuu kee gammadee, gadditus si wajjin gadda.
👉➒. Dhibee kee hundumaaf qoricha.
Waan dubbistaniif Galatoomaa!🙏

☞❤️𝙔𝙤𝙤 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙩𝙖𝙣 𝙝𝙞𝙧𝙞𝙮𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙦𝙤𝙤𝙙𝙖𝙖!


JOIN
#Kaayyoodhugaa1


→𝐀𝐦𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭a kufaatii 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 Nama 𝐡𝐚𝐦𝐛𝐢𝐬𝐚𝐧!

☞𝟏. "Borun eegala" jechuu. Har'uma, ammuma eegali.

☞2. Mul'ata kee namoota ofiifuu hin milkoofne faana mari'achuu!

☞3. Karoora barreeffamaan yeroo wajjin qindaa'e dhabuu.

☞4. Namni kan biraan dhufee akka si oolchuuf abdachuu.

☞5. Hamma mul'ata kee irratti hojjetturra waa'ee mul'ata kee dubbachuu baayyisuu!

☞6. Kitaaba baayye dubbisuu, garuu kitaaba tokkoyyuu hojiitti hiikuu dhiiisu.

☞7. Kufaatii al-tokkoof barabaraan abdi kutuu.

☞8. Hiriyaa mul'ata kee hubatee/ttee si gargaaruu hin dandeeye qabaachuu.

☞9. Ilaalcha namootaaf kan ofii caalmaati bakka laachuu.

☞10. Mul'ata guddaa baattee amala kee geeddaruu sodaachuu!

❤️𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐰𝐰𝐚!
Bakka 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚!

☞𝐀𝐦𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐤𝐟 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐨𝐟 𝐪𝐮𝐬𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.