Qoosa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


Kolfa qofaan umurii keessan dheereffadhaa! Koottaa miira keessan nu biratti haareffadhaa. Qirqirsinees ta'u inuma sin kofalchiisna. 😂😂😂
I blog about marketing and sales
Buy ads: https://telega.io/c/qoosa430

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Haadha warraatu Abbaa warraashee shakkiti!

Guyyaa tokko utuu inni kutaa shaaworii keessa jiruu bilbilasaa fuutee sakata'u jalqabde!
lakkoofsa bilbilaa akkanatti qabamanii jiran bilbilasaa keessatti argite,👇

1. My love

2. Woman of my friend

3. My Beautiful

4. King of my heart

5. Second mom

Kana booda aartee, aarii guddaadhaan gara bilbila isa jalqabatti gaafa bilbiltu haadhasaatu irraa kaase!
Ammas isa cuftee lammaffaarratti gaafa bilbiltu obboleettinsaa hangafni irraa kaaste😑
Amma erga naasuu guddaan bilbilicha cuftee booda bilbila isa saddaatti aartiin gaafa bilbiltu inni kun immoo kan obboleettisaa ishee quxusuuti🤧

Ammas akka joonja'uu wayii taatee isa arfaffaarratti gaafa bilbiltu inni kunimmoo kan masmarri qabamaadha jedhe. Kan isheeti!😂

Amma fuula gammachuun guutame wayiidhaan bilbila isa shanaffarratti gaafa bilbiltu kan haadha isheetiitia😊

Gidduu kanatti abbaa warraa kutaa shaworii keessaa fixee yeroo achi as ba'u haadha warraansaa baayyee gammaddee waan turteef qarshii kuma shan (5000) isa badhaaste. Kana booda innimmoo chiikisaa ishee " Obbo Guutamaa " jedhee qabatee jiru sana qarshichaan deemee bargarii affeere😁

@Qoosa430


Moo ti vee shin😳
_
Paastariin daldalaan tokko yeroo kasaaru 'motivational speaker' ta'a. Waan dhugaa hin taane sitti himee samii sadaffaatti seera harkisa lafaa malee ol si ergee, sifannisee osoo sin buusin sokka.

Ani garuu waan dhugaa ta'e tokkon sitti hima. Samii sadaffaa irratti osoo ati hin fannifamin, waan sitti fannifamee jiruun qabeen sitti hima.

🤙 Kunoo, yeroo ammaa kana sanyiin dhiiraa baattuun (cidhaan) tokko gabaa addunyaa irratti doolaara kuma 175n gurgurama. Kana jechuun Birrii miiliyoona 18 ol ta'a jechuudha.

Kanaafuu borsaa si fayyadaa hinjirre, kan birrii miliyoona 36 baatu miila kee lamaan gidduutti baattee, jireenyatu qaala'e jettee maalif ofiis rakkattee mootummaa keenyas dhiphista?

😁Beekumsi kun gaaf tokko na ajjeesisuunsaa hin oolu!
Tesfaye Hailemariam akka barreessetti.
Afaan Oromootti kan hiike Gamachu Tsegaye Firisa ti.
@Qoosa430


Tokko maal naan jedhe seetan, "yeroo ammaa kanatti jireenyi sitti hammaatee dhugduu fi machooftuu ta'uufiyyuu hojii qabaachuu qabda"

🤭

@Qoosa430


Tokko boochistuun gaafa "Haati Abaluufaa Haadha hunda keenyaa turan" jettee gaafa boochistu dhaga'eetu, Haati manaa hiriyaa keenyaa duutee yemmuu boo'u "Haati manaa abaluu Haadha manaa hunda keenyaa turte" jennaan uummatni afaan qabate. Kunoo amma isa awwaallee deebi'aa jirra.

Meettaa "Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa"

🤭
@Qoosa430


Otuu akka ijoollummaa koo arraba dheeradhee silaa yoona fagoon jira. Xiqqaa taanee barumsa Amantaa barannee otuu ba'aa jirruu tokko Jamaa gareen taa'u keessaa "Ijoolle har'a maal barattan? Kkkkkk" jedhee nu gaafannaan "Waaqayyoo naafa fayyisuu isaa baranne" jedheen deebiseef. Hundumtuu kolfuu dhiisee ija rifaatuun na ilaalutti ka'e. Edaa namichichi naafa ture.

@Qoosa430


Hiriyaan keenya sibiila "bayyadu" tokko boqotee awwaallee numaa deebi'uu duumessi hamaan dhufee bakakkaan balaqqee isaan samii billic dirgem godhuutti kaanan hiriyaan keenya rukutamaan tokko yoo maal jedhee boo'e gaaridha? "Yoomittuu hojii eegalte hiriyaa koo... Uuuuu"

Nabsee yaa maaru
@Qoosa430


Mucaan fira keenyaa Qananiin baargamatti guddate tokko baadiyyaa deemnee Nyaata organic argadhe jedhee ofitti guuretu garaan isaa kuf jedhe. Sooftii waan hin qabatiniif baaluma fayyadami jedheenin nagaan adda baane. Amma kunoo "Wayyoo ..duu koo" jedheetu maraachaa jira. Maaltu akka isa argate rabbi yaa beeku.

@Qoosa430


🪙USDT

🪙NOT COIN

🐹HAMSTER

🤩Dogs

Gurguruu kan barbaaddan hundumaaf


➡️🎲 @Walaloo_bot


Chaanaala kana irratti namoota admin ta'uu barbaaddaniif carraa banaa.

Ulaagaalee

1. Afaan Oromoo sirnaan Qubeessuu kan danda'u
2. Qoosaa yoo xinnaatee guyyaatti tokko lakkisuu kan danda'u
3. Qormaata jalqabaa kennamuuf fudhachuuf hayyamamaa kan ta'e

Karaa @Walaloo_bot ergaa gabaabaa fedhii keessan ibsu nuuf kaa'uu dandeessu.


Isheen suuraa maatii ishee waliin kaate wajjin maal jettee maxxansite:
“Ayyaana Masqalaa maatii waliin”

Comment jalatti obboleessi keenya, Addaam garraamiin maal jedhe:

“Sii Burtee… Na dhiistee ayyaana deemtee? Kaan yoo hafe ishee waggaa shanan kana ayyaana Masqalaaf otoo galaa jirruu, konkolaataan magaalaa T* cabnaan siree qabannee buluuf jennaan sireen tokkoyyuu dhibamee bakkee ciisnee urjii lakkaa’aa bulle sana? Ay Burtee… Obbo Qaabataan akkam adaraa? Naa dubbisi, aaddee Feetees. Obbolaan kee ammoo dargaggooman.Waan sitti na butaniyyuu miti. Abbaan manaa kee hoo meerre? Moo akkuma koo ammayyuu qobaa jirta? 😂 😂. Asuma biyya jirta mitii? Wal dubbisna dhugaa! Sii… Bareedni koo immoo ittuu dabalaa bulaay?
Guyyaatti gaafa bakkee bullee sana hin irraanfadhu Burte. Ayi Burtee…”

By Mootii Abbaltii
@Qoosa430


Maatiiwwan gara kutaa hirriibaa isaanii deemaa jiru. Tasa ibsaan ibsaan alwaada keessaa akka hin dhaamin abbaan warraa yaadatee isa dhaamsuf gara sana qajeele. Garuu fooddaa irraan hattoonni sadi kutaa kuusaa dudduuba manicha jiru seenuu isaanii hubate.

Ennasuma gara waajjira Poolisaa bilbiluun gargaarsa gaafate. Poolisichis "Amma hunduu hojiif ba'anii jiru waan ta'eef akkuma ta'etti ofirraa ittisi" jedheen.

Abbaan warraa kun erga xinnoo itti yaadee booda deebisee gara waajjira poolisii bilbilee "Saajiin dhiisi egaa hin dhama'in ani foon hattoota sadaniituu kukkutee saree koof laadheera" jedheen.

Osoo daqiiqaaf hin turin konkolaataan poolisii 10 tarree galanii nama kana too'annoo jala oolchuf dhufan. Yeroo dhufan garuu namoota ajjeefamanii foon isaanii sareen nyaatte osoo hin taane, Hattoota hannarra jiran sadii kallattiin too'annoo jala oolchan.

Poolisii:- Namoota 3n ajjeesee foon isaanii sareef kenneen ture naan jettee hin turree?
A. Warraa:- Atis amma poolisoonni hunduu hojiif ba'aniiru naan jettee hin turree?
Jedheen.

@Qoosa430


Chaanaala kana irratti namoota admin ta'uu barbaaddaniif carraa banaa.

Ulaagaalee

1. Afaan Oromoo sirnaan Qubeessuu kan danda'u
2. Qoosaa yoo xinnaatee guyyaatti tokko lakkisuu kan danda'u
3. Qormaata jalqabaa kennamuuf fudhachuuf hayyamamaa kan ta'e

Karaa @Walaloo_bot ergaa gabaabaa fedhii keessan ibsu nuuf kaa'uu dandeessu.


Osoo inni deemuu bofti isa hidde. Boficha qabeetuma mana yaalaa dhaqeen. Sababni dhukkubbii isatti jirtu hoggaa laalu gaafii ogeessonni gaafatan bofuma san laalanii akka isa yaalaniif.
Bofaatu si ciniinee? Eessa si ciniine? Bofti ka akkami? Bifti isaahoo?, haalaan fiigaa? Akkamitti si ciniine? Gaafii jettu hundaaf akka deebisaa takkittii tahuuf boficha qabee geesse.

Garuu waan si ajaa'ibu namoota mana yaalaa san jiran hunda keessaa isa qofaatu boficha qabatee mana yaalaa san keessatti hafe. Tiyyaan na baasii😯🤣.

@Qoosa430


Na Keessa kaa'i

"Afaan qofaan sin jaaladhaan kuni maalinnii? Dhuguma yoo na jaalatta ta'e jaalala kee gochaan natti argisiisi. Yoo Afaanii hunduu jaalataadha bar! Jaalalli kunuunsa barbaada. Jaalalli galchanii baasuu baayyata. Maaliif yeroo hundaa afaan banaa na bulchita? Darbee darbee yoo dandeesse ammoo guyyaa guyyaan na keessa kaa'i malee. 😍 Ati garuu erga na argattee kaastee garagalteellee na ilaaltee hin beektu. Baayyeen gadda dhugaa. Yoo rabbiin sodaatteef miindaa ji'a kanaa irraallee qarshii 100s ta'u 50 na keessa kaa'i" Naan jedhe Akkaawuntiin baankii wayii waggaa dura daandii irratti banadhe tokko! Ajaa'iba haala kanaan Akkaawuntiiwwan daandii irratti dirqiin na bansiisan martuu kadhaa na keessa kaa'itiin maraataniirukaa!

@Qoosa430


Intala:- Harmee nan ulfaayee.

Haadha:- Sagalee dheekamsaa fi fuula aariin, maal jettaa intalaa!, Dhiirii harma kee yeroo tuqu DON'T yoo daabboo kee tuqe immoo STOP jedhii siin hin jennee ani?

Intala- Uffii! dhugaa keetii naan jettee turte harmee garuu ...jette akka qaana'u wa'i ta'aa.

Haadha :- Garuu maaltu ta'eree?

Intala:- Harma fi daabboo yeroodhuma tokko qabate. Anis irra dadeebi'een "DON'T STOP" jedheeni🤣🤣

@Qoosa430


Namichatu fb irratti post akkas jedhu dhoobe.

Post:- Silaa bokkaan (roobni) caameera maal qaba warri humna ibsaa kun yoo ibsaa nuuf lakkisan?

Comment:- Afachu xinnooshee mukoonni ibsaa yaa gogani 😄

😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄

@Qoisa430


"Niitiitu da'uuf ciniintuun itti baay'ate rakkatti...yeroo kana dhiirsi yaaddoon ishee ilaala..isa dandeechiisu dide ' Giiftii tiyya hardha qofa nagaan si haa hiiku malee nan kakaadha lammataa homaa si hin godhu..." yeroo jedhu
Niitiin iyyite addaan isa kutte akkas jettee....

"Maaloo maaloo adaraa keechan namtichi kun akka hin kakaannee afaan naaf qaba...."

😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

@Qoosa430


Jaalallee koo walitti buunee jennaan anaan hiriyoota ishee shanan muudii narratti qabachiisuf "Innoo jaalala hojjachuu hin beeku, siree irratti dadhabaadha" yemmuu jettuun, Shanan isaaniiyyuu yaada ishee morman

😂😂😂😂😂😂😂😂😂

@Qoosa430


Namichatu maraatuu gudeedee mana murtiitti dhiiyaate.

Abbaa murtii:- Sammuu akkamii qabda ati kan maraatuu gudeeddu? Yoo akkam dheebottedha garuu kuni?
Namicha:- Kabajamoo mana murtii sammuudha malee bar udduun hin maaranne

😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

@Qoosa430


Mom: Maalimmoo taatee hidhii laga buuftee dhaabattaa?

Me: Ilma abbaa Turaatu Qulisaan darbatee na rukute🥺

Mom: Baga! Maarree ati bishaan Raafuu dhugdee manatti galtamoo, harka kee Jabbituu sirraa nyaate?

Guyyaa biraa yeroo gurbicha karaatti argitu; Gurbaa ati mucaa kiyya maaliif karaa darbaa dhorkita, hiriyaa kee nyaatteet fixxemoo? Mee si'ii lamuu lammaffaa ol jedhee ija ishee ilaalu, ijji koo haa argu!

Ana; Yeroon gurbicha arguu, Koottu yoo dhiira taate akka gaafa sanitti na rukuti, bishaan Raafuun dhugee manatti gala seetee😆

Isa: Harmee keen sodaadhe malee sin dadhabne!
🚶‍♀️

@Qoosa430

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.