💪Waan namoota hedduu irraa adda nu taasisutti yeroo hunda gammaduun waan haaraa hojjechuu akka dandeenyu nu taasisa. Ofii keenya waliin gaafa tokko ta'uu jalqabnu waan qabnuuf, waan namoota hedduu irraa adda nu taasisu maraanuu of mararuu jalqabna. Ofitti gammanna.
👉 🔗 @Gorsaa_Ganamaa
👉 🔗 @Gorsaa_Ganamaa