Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa gita hojii garaa garaarratti namoota ga’umsa qaban dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Gita hojii ilaalchisee karaa teessoo Feesbuukiifi Teeleegiraamii dhaabbatichaarraa akkasumas karaa marsariitii www.ics.gov.et irratti kan argattan yeroo ta’u, namoonni galmaa’uu barbaaddan Mudde 9 2017 irraa jalqabee Sanbata dabalatee guyyoota hojii 15 itti aananitti ragaa barnootaafi muuxannoo hojii keessanii orjinaalaafi kooppii hin deebine qabattanii buufataalee galmee keenyatti qaamaan dhiyaattanii galmaa’uu kan dandeessan ta’uu isin beeksisna!
Bakkeewwan Galmee:
• Magaalaa Finfinnee Birbirbirsa Goroo ykn Piyaassaa Biiroo dhaabbatichaa Gamoo Innaat cinaa jiru, Magaalaa Dirree Dhawaa waajjira Kantiibaa, akkasumas waajjiraalee pireezidaantii naannoleetti qaamaan deemuun galmaa’uu dandeessu.
• Dorgomtoonni gita hojii muuxannoo gaafatu irratti muuxannoo hojii ramaddicha waliin wal simu dhiyeessuu qabdu.
• Ramaddii hojii muuxannoo hojii Zeeroo gaafaturratti ragaa qormaata bahiinsa Yuunivarsitii dhiyyeessuu qabdu.
• Akkasumas qabxiin eebba Yuunivarsitii Dhiiraaf 2.5 Dubartootaaf 2.00 ta’uu qaba.
Ramaddii hojii sadarkaa barnootaa Leevilii gaafaturratti immoo ragaa COC dhiyyeessuun isinirraa eegama.
Dorgomtoonni ramaddii hojii muuxannoo hojii zeeroo gaafaturratti dorgoman bara 2015 irraa jalqabee warreen eebbifaman ta’uu qabu
Odeeffannoo dabalataaf marsariitii fi toora miidiyaa hawaasummaa dhaabbatichaa ilaaluu dandeessu
Tajaajila Immigireeshiniifi Lammummaa
👉 https://ics.gov.et/job/beeksisa-hojii
——
Telegram: https://t.me/ICS_Ethiopia
Facebook: https://www.facebook.com/ICSEthiopia
Twitter: https://twitter.com/ics_ethiopia
TikTok: https://www.tiktok.com/@ics_ethiopia
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/icsethiopia
YouTube: https://www.youtube.com/@Ics_Ethiopia
Instagram: https://www.instagram.com/icsethiopia/