Yuunivarsiitiiwwan garagara qormaata ba’iinsaa (Exit Exam) barattoota digrii jalqabaan eebbifamuuf jiraniif har’a eegale naamusa qormaataa cimaa ta’een gaggeessaa akka jiran beeksisaniiru.
Yuunivarsiitiin Wallaggaa meeshaalee dhorkaman ykn kanneen wiirtuuwwan qormaataa fiduuf hin hayyamamne sakatta’uun barattoota fudhatanii seenuuf yaalan to’annaa jala oolchuu beeksise.
Kanarraa kan ka’e yunivarsiitichi barattoonni meeshaalee teeknooloojii dhorkaman, gowwoomsaa fi hannaaf haala mijeessan qabatanii argaman kutaa qormaataa akka hin seenne dhorkeera.
https://t.me/Oromiastudent_s