Si waamee iyyuun
Maaf sitti ta'a du'a
Yeroon si yaadu
Imimmaantu na bu'a
Jechuufan dhiise
Ati akka dhabnaan
Jedheen fuula of jiise
Dirqamni na qabnaan
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join
Maaf sitti ta'a du'a
Yeroon si yaadu
Imimmaantu na bu'a
Jechuufan dhiise
Ati akka dhabnaan
Jedheen fuula of jiise
Dirqamni na qabnaan
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join