*🖊️📖KUTAA 4ffaa* *
*➡️➡️6. Firii tajaajilaa orachuuf qabxiilee barbaachisoo*
↪️1. Kiristoos keessa jiraachuu, .
↪️2. Hafuura fi Dubbii Waaqayyoon guutamuu, .
↪️3. Jaalala Gooftaa keessa deddeebi’uu.
*➡️➡️🖊️7. Bu’uura tajaajilaa*
↪️1. Dhiiga Kiristoosiin qulqullaa'uu, .
↪️2. Humna hafuura qulqulluutiin guutamuu,
↪️3. Qulqullaa’uu
↪️4. Jireenya kiristaanaa fayya qabeessa jiraachu,
*➡️➡️ 8. Tajaajila nutti kenname raawwachuuf*
↪️1. Waaqayyoof of kennu qabna / Roomaa 12:1-2
- Of kennuu jechuun - booji'amuu, mo'amuu, dhaalamuu, guutumatti Gooftaaf ta'uu jechuudha,
- Tajaajilaan guutummaatti Waaqayyoof kan of kenne,
↪️2. Yeroo beekuu; 2Mootota 5:20-27
- yoomii fi eessatti maal akka godhan beekuu;
↪️3. Eenyummaa dhugaa fi jireenya qajeelaa qabaachun mul’achuu; ( Uuma 32:27) Maqaan kee eenyu ?
↪️4. Ollaa ( Mandara) keessaa bahuu; (Ba’uu 19:1-17)
↪️5. Hafuura qulqulluuf bakka kennuu
↪️6. Waaqayyoon dhaggeeffachuu; Ibr. 12:8-25 irraa kan fudhatame
↪️7. Lubbuu ofii kenuun dorgommii gochuu; Filip. 2:30 irratti; ( 2 Samu 23:13-17)
↪️8. Gara jabeessa.
Biyya lafaa fi waan biyya lafaa hundumatti
Hojii Waaqayyoo irratti kutannoo qabaachu.
*Kutaa 5ffaan itti fufa....*
@Kakuu_Studio
@Yerusaalem_Haaraa
@Megertu_Dhugasaa
@Singer_Megertu_Official