Oromia Times


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Ta’lim


Owner @fayisa8
Chaanaalli kun barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi waggaa tokkoffaaf(Freshman) bifa Viidiyoon afaan Oromootiin barumsa ni kenna.
Youtube 👉👉
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


"Kadhaan nuuf hinmalu ture, garuu lubbuu olchuuf kadhanna"
" Boonyee kadhannee wal awwaaluurra boonyee kadhannee wal haayaalchifnu".
Akkam Jirtu uummanni oromoo biyya keessaaf biyya alaa baga jiraattani baga jiraanne. Akkuma beekamu Kanaan dura obboleessa keenya artist Tasammaa Galataa waggaa 30 ol artii oromoo keessatti hirmaachuudhaan hojii jajjaboo oromoon ittiin boonu hojjechaa tureera hojechaas jira. Haata'u malee dhibee dhukkuba onnee fii Kaanserii Dhiigaatiin qabamee hospitaala paawwuloositti yaalamaa utuu jjiruu hanqinni maallaqaa waan isa mudateef deeggarsa mana yaalaaf barbaachisu Isin gaafanne, waan dandeessan nudeeggartanii yaalarra jira. Kanaaf galanni uummata keenya guddaadha. haata'u malee dhukkubni Artist Tasammaa galataa yaalii fooyya'aaf biyya alaa deemee akka yaalamu boordiin hospitaala paawuloos murteessee jira. nutis "Case Summery" dhukkuba Kanaa hospitaalota biyya alaa India fii Turkiye erguudhaan baasii yaalaaf barbaachisu maallaqa biyya keenyaatiin 5,000,000- 6,000,000 akka barbaachisu nuuf himaniiru. artistiin Kunimmoo deeggarsa keessaniin yaalamaa jiraa. kana biratti maatii qabatee mana kiraa keessa jiraata. Artistiin qabeenya hinqabu. qabeenyi inni qabu Ummata Isaati. kanaaf Uummanni keenya, abbootiin qabeenyaa, mootummaan, uummanni biyya alaa jiraattan qarshii yaalaaf barbaachisu hanga dandeessan deeggarsa akka nuuf gootan fuuldura keessan dhaabbannee isin kadhachaa jirra. Uummanni keenyas kan kanaan dura nudeeggaraa turtanis kan nu deeggaruuf qophiirra jirtaniis waan dandeessaniin akka nicinaa dhaabbattanii artist Tasammaa Galataa yaala gaarii argate akka fayyu hadaraa isinitti dhaammanna.
#Hadaraa ergaa kana sheer nuuf gidhaa hiriyyottan keessan biraan nuuf ga'aa.
Lak.Herriga CBE 1000345360399 Tasammaa
Awash 01320023848800 Tasammaa
Koree CBE 1000654431136 Roman,Jima, Olii








Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Galatoomi Abdii!

Follow us on
👇👇👇👇👇👇
YouTube
YouTube

Facebook
Facebook


Telegram
Telegram






#Beeksisa_Remedial
#Yuunivarsiitii_Walaayitaa_Soddoo

Barattoota sagantaa sirreeffamaa (
#remedial) haaraa bara 2017 Yunivarsiitii Walaayitaa Soddootti ramadaman guyyaan seensaa Mudde 20 fi 21/2017 ta’uu yunivarsiitichi beeksise.

Galmeen Mudde 21 fi 22/2017 ni raawwatama; Barnoonni Muddee 24/2017 akka eegalu ibsameera.

✳️Wantoota qabattanii argamu qabdan;

- Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii,
- Tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa;
-Uffata qorraa, ansoolaa, uffata boraati fi uffata ispoortii.

✔️Bakka Galmee:
➫ Mooraa Guddaa Yuunivarsiitii (Walaayitaa Soddoo) .
➫ Mooraa Yuunivarsiitii Daawuroo Taarcaatti (Daawuro Taarcaa) .


✅Odeeffannoo barnootaa dabalataaf chaanaalii keenya
#join godhaa.👇👇👇


http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s


Hiriyaankee Eenyu kan si guddisumoo si kuffisudha?

Namoota armaa olii ilaalimee hiriyoota isaani waliin Maal hojjacha Akka Jiran

"Do the right,not the best"
Waanti ati hojjettu waan waaqayyoon hin gaddisiifneef safuu hawaasa kee hin cabsine taanaan, sirritti jabeessi hojjedhu.
Nama gammachiisuuf jecha waan sirrii irraa hin maqiin.

http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s




Want this today? Hit that like and share button! Otherwise, you'll have to wait 3 months. 😉

https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw


#Dhalootaaf Tutoriail irra kan fudhatame

Marsaan Tokkoffan Xumuramee!!!

Barattoota Freshaman Barsiisaa kan jiru DHALOOTAAF TUTORIAL marsaa barnoota isaa tokkoffa xumurun Mid exami hojjachaa jira.

Dhalootaaf Tutorial yeroo gabaaba keessatti fudhatamuma gudda kan argachaa jiru

Haalli Barnootni ittin kennamu akkami?

Haala baayyee hawwataa fi Barattoota barataa jiran irraas galata kan argataa jiruudha.


📚Tutooriyaaliin Dhalootaaf Bifa sadiin kan kennamuudha.
     Inni: 👉Barreeffaman
        
              👉Video Fi
      
              👉Sagaleen kunis Haala Salphaa ta'een  akka Barattootaaf  Galuun kan qophaa'eedha.
      
   
       🧨Qarshii si'a tokko Kafalamuun qoodata seena gabbii hin qabne hundi keenya haa taanu

GPA gaariin fulduree gaariif

Semistera kana qarshii 200 qofan barnoota Freshaman ibsa gahaa wajjiin nurraa argattu
    

📚📕 Barnoonnis 👉Natural And Social


Galmaa'uuf 👉@Dhalootaaftutorial_bot

©️DHALOOTAAF TUTORIAL
Milkaa'ina sabaaf


JOIN US ON:
@Dhalootaafofficial
@Dhalootaafofficial


#QORMAATA_NGAT

Qormaanni Seensa Digirii Lammaffaa Biyyaalessaa (NGAT) baatii dhufu ni gaggeeffama.

Qormaanni NGAT walakkeessa waggaa bara barnootaa 2017 Amajjii 7-9, 2017tti ni kennama.

Yuunivarsiitii guutuu biyyattii keessatti qormaata kennamuuf galmaa'aa:
https://ngat.ethernet.edu.et/login irratti kan argamu


✅Odeeffannoo barnootaa dabalataa argachuuf chaanaalii keenya
#join godhaa.👇👇👇


http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Weerara "Dhukkuba Sirbisiisaa ajaa'ibaa" kan addatti dubartoota haleelu.

Yugaandaatti "weerarri nama rifachiisu" kan ka'umsi isaa hin beekamneefi dubartoota qofa akka miidhu tamsa’e..

Weerarri lammiileen Yugaandaa ''Vaayirasii Diingaa Diingaa ' ykn “Vaayirasii Shubbisiisaa” jechuun moggaasan kun hanga ammaatti dubartoota 300 miidhuu ogeeyyiin fayyaa himaniiru.

Weerarri kun naannoo Bundibugyoo, jedhamutti kan eegale yoo ta’u. ho’iinsaa qaamaa ol'aanaa fi deemsa dadhabuun mallattoo dhibee kanaa ta'uun itti gaafatamaan kutaa fayyaa biyyattii kan ta’an Dr. Keey Kirootfer himaniiru.

http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s




#Sagantaa_Nyaataa


Kaayyoon inni guddaan sagantaa nyaata barsiisotaa qulqullina barnootaa irratti jijjiirama fiduudha jechuun Bulchiinsi Magaalaa Shaggar hime.

Itti gaafatamaan waajjira barnootaa bulchiinsa magaalichaa obbo Firakiyyaa Kaasahuun Faanaa Dijiitaaliif akka himanitti, qulqullina barnootaa mirkaneessuu fi dhaloota dorgomaa ta'e oomishuuf sagantaaleen adda addaa hojiirra oolaa jiru.

Sagantaawwan kanneen keessaa tokko nyaata barattootaa fi barsiisotaa ta’uu eeruun yeroo ammaa manneen barnootaa magaalattii 268 keessatti barattoonni kuma 151 ol sagantaa nyaachisaa kanaan fayyadamoo ta’uu ibsaniiru.

Manneen barnootaa Buraa Booruu irraa kaasee hanga sadarkaa 2ffaa hundatti barsiisota kuma 5 fi 287f nyaanni kennamaa jiraa jedhan.

Sagantaan kun tarkaanfii haaraa mootummaan qulqullina barnootaa mirkaneessuuf fudhate ta’uu ibsaniiru.

Faayidaa barsiisotaa waliin kan wal hin qabanne ta'uus hubachiisaniiru.

Barsiisonni sagantaa nyaataa kana ilaalchisee yaada kennaniin, dhiyeessiin nyaataa kun barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa akka kennan isaan dandeessisuu himan.

Adeemsa baruu fi barsiisuu yaada tasgabbaa’een akka raawwatan kan isaan dandeessise ta’uu eeruun qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa taphachaa jiraachuu fi cimee babal’achuu akka qabu cimsanii dubbataniiru.

#FBC_Afaan_Oromoo


http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s




Korojoo pilaastikii fayyadamuun hanga qarshii kuma 10tti nama adabsiisa

Haala bulchiinsa balfa gogaa ilaalchisee wixineen labsii “Qabiinsaafi dhabamsiisa balfa gogaa” tibba darbe Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaate gaaga’ama balfa gogaan walqabatu haalaan kan xiqqeessu ta’a.

Korojoowwan pilaastikiirraa yeroo tokko qofa tajaajila kennan omishuun, biyya alaatii galchuufi fayyadamuun adabbii cimaa akka dhaqqabsiisu tumameera.

Akka wixinee labsichaatti, namni korojoo pilaastikii yeroo tokko qofa tajaajila kennan fayyadame yookiin fayyadamuuf harkatti qabate qarshii 5000-10000 adabama. Biyya alaatii galchuun, gabaaf dhiyeessuufi omishuun adabbii qarshii 50,000-100,000 dhaqqabsiisuun dabalata hidhaa cimaa hanga waggaa shanii hordofsiisa.

Hundaa ol, garuu kanneen dhorkaa kaa’ame keessatti hirmaataan dhaabbilee qaama seeraan qaban yoo ta’e adabbiin fudhatamu dachaa sadii ta’a.

Labsiin kun kutaalee ja’aafi keeyyatawwan 28 kan qabu yommuu ta’u, qajeelfamoota sadan wixinee labsichaa keessaa qajeelfamni “Kan faale haa kaffalu” jedhu isa tokko.



http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.