Postlar filtri


waadaakoo

Waadaa waliin qabna
Hirbuu waliif seenne
Kanafan si soqa
Takkaa gadin teenye

Mallattoo waadaakoof
Kudhaama siif laadhe
Summii natti ha ta'u
Hirbuu kee yoon nyaadhe

Beenyaa na gaafatus
Iddoon ani dhaqe
Waadaa kee hin haalu
Karaa koorraa maqee

Erga addaan baanee
Takkaa rafeen bulle
Garuu sirraa hin hafu
Nan dhufa yaa kuullee




👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@real_Madridfc123 🏃‍➡️⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera ☑


#JAALALA_ONLINE_IRRAA

Seenaa dhugaa irratti kan hundaa'e

Kutaa 2ffaa ✍️
~~~~

An garuu barataa kutaa 10ffa ta'eeyyuu bilbila hin qabu.
'Samoona' tokko bilbila hedduu na hawwisiise, yoon hiriyyoota koo harkaa fuudhe deebisi deebisi nan godhu osoo naaf danda'amee dhowwadhee nati tola ture.

Sadarkaa kanatti bilbila harka kiyya irraa dhabuun koo hedduu na gaddisiise.. akka naaf bitamuufis father kadhachuu akkan qabun murteesse. Guyyaa tokko father'in miila isaa osoo dhiqachuuf jedhuu argeen dafee dhaqeen "ende dad osoo ani Leenci kee jiru gadi jettee ofii keetii miila kee dhiqachuuf moo'' jedheen bishaan harkaa fuudhee miila isaa dhiquufii eegale. Garuu maal jedhee akkan dubbicha eegalu hin beeku na dhiphisaa jira (iinnis akkan waan tokko isa kadhachuuf ka'e narat bare nat fakkaata)
"Dur jecha akkasii sirraa dhaga'ee hin beeku har'a maaltu argame?" Naan jedhe dad eko Aradaadham😉. Anis carraa kanatti fayyadameen bilbilli naf bitamuu akka qabu haala kadhaan osoo hin taane akka akeekachiisattan itti hime (akka waanan kankoo itti kenneeruu😕). innis waanan jedhe hundumma eega dhaga'ee booda gaaffiin isaa jalqabaa "eenyutti bilbiluufi nuti si bira jirra mitii?" kan jedhu ture anis akka nahuu tokko ta'een sagalee lallaafaadhaan "eeyyee.. garuu ijoolleen dareetti qormaata bilbilaan hojjetu an immoo calliseen isaan laala"n jedheen innis "isaaniin ilaaluu dhiistee kankee hin hojjettuuree" naan jedhe anis miila isaa isan dhiqaa jiru dhiiseen ka'ee gara harmeen nyaata bilcheessaa jirtu deeme yeroo kana imimaan koo qabachuun hin dandeenyen ture sababni isaas Fatherin deebi'i an hin eegne naaf deebise.
Harmee bira eegan ga'ee booda akka father'iin 'bilbilli si hin barbaachisu' naan jedhe imimmaan koo maddii koo irra yaasaa isheetti himee. harmeenis ofittii na qabdee dhiisi anuu itti siif hima yoo didemmoo aniyyuu dhoksee siif bita dhoksitee fayyadamta naan jette (wayi haadha Haati bar waan hundadham, Addunyaa kana irraa kan akka harmee kee sitti aanu hin jiru. Umurii dheraa harmee keenyaf 🙏)
Egaa maal akka jetteenii Beekuu baadhus Torbee tokko booda bilbilli Inni bakakkaa fakkatu naaf bitame seeran akkan itti fayyadamuf akeekkachiisa cimaa waliin naaf laatame anis tole jedhee fudhadhee barnoota koo itti fufe. Egaa Ergan bilbila bitadhee booda osoo hin jaalatiin mana addunyaa bakka tokkotti qabate jiru keessa anis dhiibbadhee seene (bro bakka biraan deeme miti at yoona waa meeqatti yaaddeetta facebook'in eegale siin jechuudhumaafi)
Facebook ergan eegalee waantota hedduun arge. Muraasni akkuma namatti tolan hedduun immoo nama jibbisiisa. Gariin dugdaan cisee, gariin mataan dhaabatee, gariin immoo fuula dhoksee daallee dhiibee, inni kaan uffata ciree qaama isaa mul'isee; seera uumaa cabsee safuu dagatee, bifa bareeda uumaan isaaf kenne 'kosmotiksiin' dhoksee bareeda Rabbi isa badhaase ofuman of irraa mulqee achirratti dhooba. Addunyaan kun buburree ta'uu ishee anis achirrattan hubadhe.

Egaa guyyoonni haaluma kanan daddarbanii torbeetti jijiiraman; Torbanoonis walitti kurfayani baatii ta'an baatiinis lakka'aman, anis barnoota koo kutaa 10ffas xumure qabxii na ga'us argadhe gara kutaa 11ffatti darbe. egaa akkuman sila sinitti hime ani ilma baadiyyaati nannoo keenya manni barnootaa yeroo sana Hanga kutaa 10ffa qofatti ture. Kanaafuu kutaa 11ffaa barachuuf gara magaalaa Geedoo bakka dhaloota koo irraa gara bahaatti KM 37 fagaattu deemee barnoota koo hordofuun dirqama filannoo hin qabne natti taate.

Egaa anas dabareen na geesse osoo hin jaalatiin maatii koo irraa fagaadhee jiraachuun dirqama nati taate. silaa akka fedhakoof osoon barnootittii dhiisee maatii koo waliim jiraadhee hedduu natti tola ture. Garuu barnoota barachuun waan narra jiruuf garaa jabaadhee fuula koo gara sana naannefadhee gara sana imalee barnoota koo..........
........itti fufa

@asoosamaafiwalaloo




👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@real_Madridfc123 🏃‍➡️⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera ☑


#Jaalala_online_irraa
           Seenaa dhugaa

              Kutaa 1ffaa ✍️
~~~~

Maqaan ko Solomoon Gaarradoo'n jedhama. (Sool Dave kan jedhu ofiidhuma koon ofiif moggaase.) Godina lixa shawaa aanaa Calliyaa ganda qotee bulaa Walqixxummaa Tulluu maraa jedhamtu keessattan dhaladhee guddadhe.
Ani mucaa baadiyyati dhugaa dubbachuuf garuu muudiin ko kan ijoollee magaalaati olidha (friend of jajje naan jechuu dandeessa an garuu dhugaa qabatamaan sitti hime. Yoo siif liqimfamuu dide bishaanin liqimsi🙂)
Ani maatii koof mucaa lammaffaadha Maatiin koo hedduu na jaalatu. ta'us jireenya mucaan baadiyyaa tokko dabarsu dabarseera, Oyiruu deemee Horii tiksee... laga bu'ee bishaan waraabee..
Yeroo harmeen Gabaa deemtu buna danfisee eege...
Goodaa deemee qoraan funaaneera (by z way.... gaafan qoraan funaanee galu waanan argadhu ana qofatu beeka '#ongocha' 👈 jecha kana kan beekutu beeka. namni hundi hin beeku. [maalumaafuu sinittan hima ongochaa jechuun kan yeroo buddeen tolchuuf jedhan Dursa tolchanidha, achuman akka eeleen ho'e ittiin ilaaluf ] ).
Egaa haala kana hunda keessa darbee umuriin koo waggaa 6 gaafa guutu gara dirree waranaan deeme rasaasa koo qalaman ykn 'biiriidhan' Diina koo isa jalqabaa Wallaalummaa waraanuuf (yoona siif  hin gallem barnoota koo kutaa 1ffaan jalqabee siin jechuufani). Abeet tapha yeroo sanaa life'n bar elementaryti hafee man, ofumaa university jedhu malee.
Wal aariinee harcummeen wal cagadaa; wal kuffisnee awwaaraan wal dhiqaa.... kam sinitti himee kam dhiisu innoo heddudhati.
Yeroo sana Akka mana barumsaa keenyatti yeroo hiriirree alaabaa yaabsisnu fuuldura kan dhaabatu anadha. xiqqoon anaa gadii mana barnootaa sana keessa hin jiruka. maalan sitti hima atuu ni beektaati ilmi baadiyyaa tokko kan inni kutaa tokko galu eega 'waanta san biqilcheeti😋' (muu yaa si'ii qaata maalitti yaadde? An isa ati yaadde sana jechuu barbaadee miti😉) Ani garuu dhaladhee waggaa 6 tti waanan mana barnootaa galeef isaan keessa hin jiru. dhugaa hasa'uuf warri Dareedhaan (kutaa barnootaan) na caalan "harma guusaaf as si fidanii?" Jedhanii natti qoosu; dhugaadha ni fakkaatas.
haaluma kanaan barnoota koo haala bareedaa ta'een hordofun jalqabe (yeroon siniin jedhu guyyaatti wayitii 6 caalaa hin gubu ) sanuma keessaa garuu homaa hin jedhu egaa daree keenya keessaa cimaas yoon jedhamuu baadhe dadhabaa jedhamee hin hamatamu garuu osoon gaaf tokko daree kootii 1-3 ba'ee hin badhaafamiinan barnoota koo hanga kutaa 8ffattan xummure.
Amma kutaa 9 geenyeerra sichi daa'ima miti garuu ammas kanan sitti himu yoo jiraate xiqqoon anaa gadii class keenya hin jiru. yeroo hiriyyoonni koo 'chiikii xabbasan' an manatti galeen boqqoollooko 'xabbasa' sababni isaas chikonni daree keenya haadha naaf ta'u😁.
Barnoonni high schooli hanga elementaris yoo ga'uu baateyyuu namatti tola, garuu ni ulfaata. keessumaa gafa barsiisaan chemistry class galummoo dhugaa waanuman Biyya Engliz deeme natti fakkaata dogogoree illee Afaan oromoo hin dubbatum. Ecc calliseedhuman rafa deeksiitti hirkadhee.
Yeroo sanatti subject'in ani jaaladhu yoo jiraate Sport qofa isayyuu kan dareetti barannu osoo hin taane isa practicala Dirreetti yaanee wal ariinudha.
Egaa haaluma hunda keessa dabarree gara kutaa 10ffatti ceene; kutaa 10ffas eegallee jirra. (friend kan sidhibu an hanga amma bilbila dhuunfaa koo harka irraa hin qabum naman dhibuu?). Silaa Ijoolleen ammaa kutaa 4 yeroo geessu bilbila naaf bittan malee mana barnootaa hin deemu jettim.
An garuu barataa kutaa 10ffa ta'eeyyuu bilbila hin qabu....
.....Itti fufa

@asoosamaafiwalaloo




👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@real_Madridfc123 🏃‍➡️⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera ☑


Utuun siif hubamee
A'aa jedhee siif aaduu
Utuun sagal kufee
Kudhan si barbaaduu

Akka feete taatee
Iddoo halle marmaarta
Mataa kootti baatee
Sammuu koo dararta.
✈️✈️💌💌


✉️ Haala kamiin Dubartoonni Qalbii yookiin miira dhiiraa hatuu akka danda'an qabxiilee 10,... 👉 Itti fufaa dubbisaa

   👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
              👆👆👆




👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@Coba_Qalamaa ✅
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@real_Madridfc123 🏃‍➡️⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera ☑















20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

2 406

obunachilar
Kanal statistikasi