GECH PDF


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Kitoblar


AFAAN OROMOO "FREE PDF" TO READ!
Kitaaba Dubbisuun Soorata Cimina Sammuu keenyaf barbaachisuudha; hojii guyyaa guyyaa keenya ogummaadhaan fiixan baasuufis nu gargaara!
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
Afaan Oromoo PDF...
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
Channel 1 : @READING_PDF

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


✅ Jaalatamummaa guutuu jaalallee kee irraa argachuu kee karaalee ittiin beektu 5'n kana quba qabdaa?... See More

➡️ See More
See More


💔 Ergaalee Jaalalaa jaalalleen kee fayyadamu... See More


✔ Ofitti amanamummaa kee guddisuu gaafa jalqabdu, hariiroo gaarii ofii fi namoota waliin qabaatta kunis jalqaba.... See More
👇👇

🔵 See More
See More


🚩 Hariiroo gaarii cimsachuuf,... See More


❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa walitti qabama wantoota gurguddoo afurii waan ta'eef... See More
👇👇

See More
See More


🚩 "Dhiironni Haadha Manaa argachuu kan dadhaban sababoota 15niin jedhu, Dubartoonni baay'een immoo dhaabbatanii eegdota kan ta'aniif sababoota kanneeniini" jedhu...➡️ See More

➡️See More
    See More


🖥 Furmaanni isaa immoo,... See More


🥇"Gammachuun waan barbaaddu hunda argachuu miti Waan qabdutti gammadi, sababni isaas qarshiin gammachuu hin bitu. Naannoo kee baay’eetu jiru akkasumas isaan keessaa muraasa qofa argatta, yeroo dadhabbii kee keessatti... See More
👆👇👇👇💘

See More
See More


Haalota jirtu keessatti madda gammachuu qlqulluu 4 kanneen hin dagatin....☑️ See More


❤️ "Miira kee sodaa malee yaada qulqulluudhaan ibsachuuf kan si gargaaran tarkaanfilee 5,...➖ See More

👉 See More
See More


🚨 Iftoominni gatii qaalii ta'e qaba,... See More


❤️ Fedhii fi hawwii qofaan dharra'uu malee aarsaa jaalalli dhugaa barbaadu namni kaffalee keessummeessu lakkoofsaan xiqqaadha....➡️ See More

Qabxiilee ijoo miira gammachuu fi milkii qabaachuuf gargaaran kudhan (10)...➡️ See More

  🔫 See More
          See More


🧑‍💻 Boontuu Tech

📱📱 Boontuu Tech irraa waan hedduu argattu! Namootni gara site kanaa dhuftanii madda galii adda addaa odeeffannoo biyya Canada, hojii fi kkf argachu barbaaddan kunoo hidhaa gadii kanaan seentanii Bontu Tech isiniif dhufu bantanii argachuu dandeessu. Link isaa kunooti. 📺
👇🏿👇🏿
See More
See More


✍️ #God will not work your way without working you, God will not change people your way without changing you. He will not guide you in your way without guiding you. Because he who does not 🚫 change does not change anyone, and he who does not justify himself does not justify anyone.

✍️ #God changes you, changes your circumstances, changes your things, and uses you to change a lot. A house must be properly designed and built before it can be inhabited. God prepares a message for you before He gives you a message to the people.

He who hears God will be heard, and he who honors God will be honored. He who loves God remains loved. Amen 🙏

@Gech_pdf


📩 Ergaalee jaalalaa ciccimoo sochii fuulaa qofaan dabarfamuu danda'an maal fa'a?... ▶️ See More

⚡️ See More
See More


🚨 Jaalalli humna guddaa qabu,... See More


❤️ "Jaalallee keessanif ergaa (message) bareedaa erguuf rakkachaa jirtuu? Asitti bu'uun argadhaa
👇👇

See More
See More


❤️ Ergaalee Jaalalaa 100,... See More


🖤💡 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


If you want new ideas…✍️

- Study art
- Read history
- Walk in nature
- Watch old movies
- Read classic books
- Visit old architecture
- Follow your curiosity
- Visit your grandparents
- Question what’s normal
- Learn a new language
- Talk to strangers
- Travel regularly
- Eat better food
- Write daily

@Gech_pdf


💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,... See More

👉 See More
See More


❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,... See More


"Namoonni baay'een hanga ati deeggaramaa fi jaallatamaa taatutti si hin deeggaran, yeroo qofaa turtetti eenyu akka sibira jiruu fi hin jirre xiyyeeffannaa kenni!"

@Gech_pdf


🔺 "Lama ta'uun kophummaa irra in caala. Jaalala keessa immoo waldanda'anii jiraachuuf waan gaggaarii eenyumtiyyuu hin hubanne 7tu jira. 👉 See More
. 👆👇

See More
     See More


💐 Jaalallee keetiif amanamuun ofitti amanamummaa guutuu,... See More


SPEAK ENGLISH dan repost
• Get used to it.
ልመደው

• What's done is done.
የሆነው ሆኗል (አንዴ ተደርጓል)

• Life moves on
ህይወት ይቀጥላል

• Things happen for a reason
ነገሮች በምክንያት ነው ሚሆኑት

• Actions speak louder than words.
ተግባር ከ ቃል በላይ ይናገራል

❤️ @Now_Speak_English


Waan nama gammachiisu yaadaa gadduun, waan nama gaddisiisu yaadaa gammaduun hin danda'amu!

Miira keetiif yaada ati yaaddutu sababa. Miira gaarii filachuuf yaada gaarii filachuun dirqama!!
👇

@Gech_pdf


Dhaloonni baay'een warqii ta'uu isaanii wallaaluun warqii barbaadutti karaa fagoo imalu!

• Ofqabaachuun kee warqii qabaachuu caala!
• Of qaalessi of hin tuffatin!
• Of kabaji!
• Yaada gadheetti diina ta'i!
• Har'a caalaa boru firoomfadhu!
• Of argi of wallaalin!
• Of jajjabeessi of hin abaarin!
• Of eebbisaa jiraadhu!
• Gammadaa hojjedhu; hojjechaa gammadi!


✅ “Kanas ta'u sanas jaalalaaf gatii baasuu qabdu baasii, hanqinoota jiran waliin wal'aansoo qabi! Humna kee jabeeffachuuf qajeelfama kanneenitti fayyadami,... 👉 See More

👉 See More
     See More


Jaalalli hunda caala, hunda bita.... See More

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.