Walaloo jaalalaa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: San’at


Jaqlalli waan hunda caala

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


➡️ Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a,... ➡️ See More.

👉 See More
   See More


5+5÷5-5 = ?




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
ከ30 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል

የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!

10+10×0+10=???


የምስራች አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው

1⃣ ለወጣ 500 ብር ካርድ
2⃣ ለወጣ  250 ብር ካርድ
3⃣ ለወጣ  100 ብር ካርድ

👉 ዝግጁ ከሆናችሁ ጀምር የሚለውን ይጫኑ


🥰😘 🏃‍♂️🟢🔔🔔🟢
🎉🎉🎉🎉
HAPPY NEW YEAR

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa




Profile picture dan repost
🔥🔥🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🔥🔥

🫵 የታላቁ የማንቸስተር ዩናይትድ ደጋፊ ከሆንክ አሁኑኑ JOIN በል 👇👇👇👇
https://t.me/+WMdveahAWEdjMzI0
https://t.me/+WMdveahAWEdjMzI0


Free Fire Editor dan repost
𝗧𝗵𝗲 𝗺𝗮𝗶𝗻 𝗦𝗠𝗠 𝗽𝗿𝗼𝘃𝗶𝗱𝗲𝗿 𝗼𝗳 𝗜𝗻𝗱𝗶𝗮 AnonSmmpanel
𝗦𝘁𝗮𝗿𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗽𝗿𝗶𝗰𝗲 𝗼𝗳 𝟬.001₹
anoncheapsmm.com

𝘈𝘭𝘭 𝘴𝘰𝘤𝘪𝘢𝘭 𝘮𝘦𝘥𝘪𝘢 𝘴𝘦𝘳𝘷𝘪𝘤𝘦𝘴 𝘢𝘳𝘦 𝘢𝘷𝘢𝘪𝘭𝘢𝘣𝘭𝘦 𝘢𝘵 𝘤𝘩𝘦𝘢𝘱𝘦𝘴𝘵 𝘱𝘳𝘪𝘤𝘦

𝘐𝘯𝘴𝘵𝘢𝘨𝘳𝘢𝘮
❤️
𝘍𝘢𝘤𝘦𝘣𝘰𝘰𝘬
👍
𝘠𝘰𝘶𝘛𝘶𝘣𝘦

𝘛𝘦𝘭𝘦𝘨𝘳𝘢𝘮
💎
𝘛𝘸𝘪𝘵𝘵𝘦𝘳
🎧
𝘋𝘪𝘴𝘤𝘰𝘳𝘥
🎧
𝘛𝘸𝘪𝘵𝘤𝘩
🔰

𝘈𝘯𝘥 𝘮𝘢𝘯𝘺 𝘮𝘰𝘳𝘦...
𝘝𝘪𝘴𝘪𝘵 𝘯𝘰𝘸 :
anoncheapsmm.com
Channel
@AnonSmmpanel

CAN YOU PRO
MOTE MY PANEL I WIL PAY YOU


DT Promotion dan repost
⭕️የተወለድክበትን አመት ምረጥ❓❓👇
Bara keessa dhalattan filadhaa❓❓👇


🌼🌼 Baga Booqaa birraatti baatan


🌼🌼Barri 2017 Bara nagaaf haara galfii isiniif Haa ta'u!🌼🌼


Bareedduu koo
Hundaan toltuu
Tokkittii koo
Jaallatamtuu!

Naasolee koo
toltuu maraa
jaalattuu koo
mootii namaa!

Marartuu koo
gar laafettii hundaaf naatu
Obsituu koo,
ka dandeettee hundaa baattu!

Jajjabeessituu koo
miyeessituu jiruu
addunyaa kanarra
fakkaattin ke in jiru!💔

@Walaloo_jaalal


🎉BAGA GAMMANNE🏆

Olompikiin bara kanaa abdii kutachiisaa turus sabboonaa ilma sabaa 🚀 Atileet Taammiraat Tolaan boquun ol nu jedheera.

Olompikii Paaris 33ffaa irratti Itoophiyaan meedaaliyaa warqee jalqabaa argatteetti

👉🏼 Waggoota 24 booda Itoophiyaan dorgommii maaraatoonii dhiiraan Olompikii irratti warqee injifatte

Maraatoonii dhiiraa har'aa irratti atileet Taammiraat Tolaa dursee biyya isaaf meedaaliyaa warqee injifate.

Irra Deebiin Baga Gammaddan Baga Gammanne


Lubbuu koo.....

Akkam jiruuf jireenyi
Sitti toleeraa laataa
Erga narraa adda baatee
Erga naan na dhiiftee

Mee maaloo natti himii
Hirribni si qabaa
Osoo naan bilbiliin
Rafuuf yoo gad ciiftee

Moo na dagatteettaa
Na irraanfatteettaa
Dhimma koos hin qabduu

Raftee bultaa laataa
Na yaadee akka koottii
Ati ciisaa hin dhabduu

An jiraachaa hin jiruu
Ciisus ciisa hin qabuu
Rafuudhaaf gad ciisee

Erga ati na dhiiftee
Naan si qofaa mitii
Ani iyyuu ofan dhiisee

Ijaan si arguudhaaf
Bakka ati jirtu dhabee
As achi kaadhee

Siin iyyee si waamaa
Ati owwaachuu didnaan
Al meeqan owwaadhee

Beekaa diddee garuu
Kan ati hin owwaannee
Al meeqa an si waamee

Beektaa laata garuu
Siif ifuudhaaf jedhee
Ibsaan koo akka dhaamee

@Walaloo_Jaalal


Deemtee hin fagaattu
Nattis hin dhiyaattu
Yaada waliin hirta
Fuullee kiyya jirta

Yookaan aachi hin siqxu
Yookaan natti hin hiiqxu
Giddu gidduu taate
Garaakoo na nyaatte

Anis akkumakeeti
Murtoo cimaan dhabe
Garaa murachuufis
Inuman dadhabe

Ela...
An daa'ima miti
Kan dalga baatamu
Takka na jibbitee
Takka hin jaalatamu!

Haqasaan dubbadhaa
Atis haqa dubbadhu
Garaakoon muradhaa
Garaakee kutadhu

Waanuma fedheefuu
Murtoon kan abbaati
Garaan murtoo dhabe
Dhukkuba abbaati!


Eda Abjuu kiyyaan Hacaaluu waliin Wal Agarree Gaaffiif Deebii keenya👇

Gaaffii Hacee.....
Akkami yaa mule
Ilma warra lixaa
Gaaffiin si gaafadha
Naaf himimee qixaan
Akkami Oromoon
Dhugaa koo argatee?
Moo Abdii kutatee
Sabnis na dagate?
Mee Akkam ta'anii
Qaqqaaliin Kichuu koo
Wabii kootiif Giiftiin
Akkami milkiin koo?
Akkamimee maaloo
Haatumti isaan deesse?
Tokkitti Faantuun hoo
Gadda koo dandeessee?

Deebii koo.....
Hacee koo Garraamii
Xiiqeeffattuu dhiiraa
Akkamimee maaloo
Jireenyi Akiraa
Erga ati duutee
Deemteetii nu biraa
Dhugaankee dhokotee
Sabni kee gidira
Waggaa Afur guutuu
Haqni kee dhokkotee
Imimmaansaa roobsa
Sabni yoom boqotee
Weelluu kee dhaga'uun
Jirraaf maalan jiraa
Oromoon hardhallee
Dhiiga bo'aa jira.

Ijjoolleen kee kichuu
Oladeemtuun kankee
Wabiidhaa fi milkiin
Bareedduu Giftiin kee
Siif guddachaa jiru
Qaata of barani
Haceen meerre jechuun
Gaafatu jedhani😪

Hiriyaa ijjoollummaa
Haati kichuu keetii
Gaddi ishee cabsullee
Xiiqii keessa jirti
Maqaan kee inni qaalii
Akka badee hin hafne
Tattaafachaa jirti
Tasa galtee hin rafne.
Hubattuu taatu illee
Jabduu Akka keetii
Gaddi kee cabseera
Kunoo hanga hardhaa
Gurraacha uffatti.😪

Araddaan finfinnee
Qe'een tufaa munaa
Erga siin si nyaattee
Waggaa Afur baranaa
Qalbii nu cabsitee
Hardhas gadda teenya
Tasa hin sifoofneef
Dhiigni qaalii keenyaa.

Kanaaf yaa Hacee koo
Adaraa na dhiisi
Lubbuun kee haa jannatu
Bakka nagaa Ciisii
Hamma biiftuun dhugaa
Saba keef baatutti
Hamma dhiigni jige
Haqaaf falmatutti
Obsa nuuf haa kennu
Hacee koo Nagaatti
✋️🥲🤚

@Walaloo_jaalal


Ergan gulantaa jiruu koo, mashaafi ribuuko
Waamama keen haguugee
Se'annaan ofiikoo, ta'innaa shakkiikoo
Jaalalli kee jaalalaan duguugee

Aniyyuu of ganee, ergan sin dhokfamee
Agartuun argaa keef, laboobaan sookamee

Waa'ee kee haasa'uun, maqaan kee dhadha'uun
Taa'ee waa'ee keef, kophaa yaa’ii taa'uun

Mootii biyyaan alaa, kan sabni harka reebneef
Teessoo isaaf taa'ee, kan ormi irra teenye

Kan tokkittin filtee, kan kophaa moosisfte
Tokkicha moosisuuf, kan kuma joorsite

Ergan ta'ee, siif ishee jiraattu
Waamama keef, ishee dursa owwaattu
Osoon jiruu, hafuurri koos hafuurfatu
Cigoo ciree, hancuufni koo sin darbatu

An si taanaan, atis ana
Dhoksaan keenyas isa kana


@Walaloo_Jaalal


Hin qaanoftuu garuu
Hangana yoo turtu
Na'eegallee jettee
Xiqquma hin jarjartuu

Karra seensa keetii
Waggaa ji'aan diigaa
Har'a dhufta jedhee
Inuman si eega

Silaa dhufaa hin jirtuu,...
Hafuu kee naan himtuu?!


@Walaloo_Jaalal


Bishaaniif biyyoorra
Siinan nama ta'e
Aayyoo koo deessee koo
Baga isiniin ga'e

Hidda dhiiga kootii
Wiirtuu lafee dugdaa
Wabii egeree koo
Jireenya koo hundaa

Kankee jechaan ibsuuf
Hin yaadu; hin seeradhu
Deessee koo Aayyoo koo
Umrii naaf dheeradhu🙏

@walaloo_jaalal
Join godhaa


Link arman gadii kana

Start gochuudhaan nama affeertanii qarshii heedduu ittiin hojjechuu dandeessu!

https://t.me/Donearnbot?start=r08559039590

Per referal 3 ETB

Don't miss 😎

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.