Yaada Gaarii Yaadi! Positively Yaadi!Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa; Guyyaa fokkisaadha jechuurra guyyaa bareedaadha jedhi; Itoophiyaa keessa jiraachuun na hin barbaachisu jechuurra, rakkoon amma jiru hundi ni darba, Itoophiyaan biyya mijataa taati jedhi! Hojii hin argadhu jechuurra, hojii hin dhabu jedhi; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi kee ni hammaata, kanaaf yaada gaarii qabaadhu!
@Motivationals_tip