#Finfinnee 💔
Markaatoo naannoo Shammaataraa jedhamutti Balaan Abiddaa Mudachuufii Galgala sa'aa 1:00 irraa kaasee haga yoonatti Abidda Too'achuun Rakkisaa akka jirutu dubbatama.
Waaqayyo Biyya keenyaf Nagaa Haa buusu 😭
Hundumti keessan Akka amantii keessaniitti Biyya keenyaf Waaqayyoon Kadhadhaa🤲🙏🙏
●~~~~~~~~~~~~~~~~~●
@DirreeGN @Spritpoem