𝐋𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐚 12;12 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚
12 Yaa ilma ko, kana irrattis gorsa kanatti aanee jiru fudhadhu! Macaafota caafuu baay'isuun dhuma hin qabu, macaafa qoruu baay'isuunis nama in dadhabsiisa.
13 Waaqayyoon sodaadhu, abboommii isaas eegi!
Kun nama hundumaa irraa in barbaadama;
xumurri dubbii dhageenye
kana hundumaas isa kana.
14 Waaqayyo hojii hundumaa, gaarii ta'us hamaa ta'us wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaaf firdii in kenna.
@Seenaa_Tube