#Xoofoo_Hammeenya_sirratti_akeekamee_waaqayyoo_gaarummaatti_siif_Jijjira.
✝️✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✝️
#Um37:1-5
💠Sababoota Yoseef jibameef
1, Hojii hamaa isa obboloonni isaa hojetan keessa qooda waan hin qabneef.
2, Uffannii inni uffatu uffata ijoollee moototaa waan ta'eef.
3, Yoseef nama mul'ataa ture waan ta'eef.
💠 Yaalii Yoseef irratti raawwachuuf ture.
1,Ajjeesuu barbaadan.
2,Boolla buusuu barbaadan.
3,Hin gurgurraa jedhan.
💠Qoormaata Yoseef keessa darbe.
1,Obboloota isaan jibbamu
2,Haadha mana mootichatin ejjaf gaafatamu.
3, Mana hidhaatti darbatamuu.
💁💁 Galatooma barnoota Karaa Channel kanaan darbu irraa barumsa hedduu akka argattan shakkii hin qabu Kanaaf:
#Like_Share_and_comment gochuudhan hiriyaa keessan afeeran dhaamsa kooti.
https://t.me/GrowInChrist2024