SEENAA TUBE


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Религия


Channel kanaan:
❈ Kutaa Macaafa Qulqullu
❈ Ergaa Ganamaa Ni argattu! walalo Jalala fi 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐨𝐭𝐚𝐚 baredaa Ni argattuu 𝐛𝐚𝐫𝐨𝐧𝐭𝐚 𝐦𝐢𝐫𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐤𝐚𝐤𝐚𝐬𝐚𝐧𝐢 𝐧𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮
Buy ads: https://telega.io/c/Seenaa_Tube

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Религия
Статистика
Фильтр публикаций


➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣

     'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN ➿➿'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>
    JOIN 😀😀'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>

2️⃣

    MORE JOIN  ➿➿
   MORE JOIN ➿➿


3️⃣
     MORE JOIN  ➿➿
    MORE JOIN ➿➿


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
@Getu_Abera


1 yohanis 2:1 akkan jedhaa


Yaa ijoollee ko, akka isin cubbuu hin hojjenneef
kana isiniifan caafa; namni tokko illee yoo cubbuu hojjete garuu, nama nuuf dhaabatu abbaa biraa qabna, innis Yesus Kristos isa qajeelaa dha.

2 Inni furee cubbuu keenyaa ti, cubbuu keenya duwwaafis miti cubbuu guutummaa biyya lafaatiifis malee.

3 Abboommii isaa eeguudhaan isa beekuu keenya in hubanna.

4 Namni, “Ani isa beeka” jedhee, abboommii isaa immoo hin eegne sobduu dha, dhugaanis isa keessa hin jiru.

5 Namni dubbii isaa eegu Waaqayyoon dhuguma akka jaallatu fiixaan baasee in argisiisa; kanaanis isatti jiraachuu keenya in hubanna.

6 Namni, “Isatti nan jiraadha” jedhu immoo, karaa Yesus Kristos irra adeeme irra adeemuun in ta'aaf.

*1 Rom 6:1-2; 8:34; Ibr 7:24-25
*2 4:10; Qol 1:20
*4 4:20
*5 5:3; Yoh 14:21, 23
*6 Yoh 13:15
@Seenaa_Tube


🎵 Si na eega malee | Malase Argew 🎧

╰──⌊  💻 @Getu_Official


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Hangaa dhumaa dhagefadhaa mee 😱kolfuu dhorkadhaaa😂 seenaa kuni ana biras gahee turee 😁😁

@Seenaa_Tube


Nama waan taatef🥹

Yeroo tokko tokko
Jilbi kee si bu'a
Jireenya jibbita
Abdiin kee ni du'a

Hiikaasaa wallaalta
Namummaa kee haalta
Yaada hamaa yaadda
Gaarummaa kee faalta

Nama waan taatef😔

Yeroo tokko tokko
Karaa irraa maqxa
Harka kee gaarome
Deebisteetoo haqxa

Dhaabbachuu dadhabda
Dugda keetii cabda
Nama gidduu teessee
Nama keessaa dhabda

Nama waan taatef

Bu'aa ba'iin jiruu
Uma si muudata
Eenyutu itti tolee
Gar tokkee jiraata?

Addunyaan farakaadha
Ganamaaf galgala
Bifa lama baatti
Onaa fi daggala

Kana hunda keessa
Nama taatee lufta
Jiruu jiruu jechaa
Jireenya itti fufta

@Seenaa_Tube
@Sona_Official1


✨ Imalli cimaa fi dadhabsiisaan yeroof kan namatti dhaga'amu ta'us, humni achi keessatti kuufattu Jabina. Ofitti amanamummaadha. Dirree moo'ichaati... See More

↪️ See More
See More
.


Amaloonni barbaachisoo ta'an kan jijjiirama guddinaa fidan 10... See More


1. To get motivational and inspiration education channels click here and Join

👇👇

💗 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>Click here
Click here

2. To get spiritual and books by pdf join us now ☺️

👇👇

 💖  Click here
Click here

.
3K+ Free Promotion addlist: @Getu_Abera


Farfanna 37,3akkan jedhaaa

3 Waaqayyoon amanadhu, wanta gaarii ta'es hojjedhu;
biyyuma keessa nagaadhaan taa'i,
amanamummaas eeggadhu!

4 Waaqayyotti gammachuu qabaadhu!
Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna.

5 Karaa kee Waaqayyotti kennadhu, isa amanadhu!
Innis siif in raawwata.

6 Inni qajeelummaa kee akka ifaatti,
dhugaa kees akka aduu saafaatti,
bakkeetti in baasa.
@Seenaa_Tube


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Bakkee koo lalani waan bayee dubbatuu.....@Seenaa_Tube


🌸😳 Sababiilee gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan kanneen beektuu as tuquudhaan dubbisaa...↪️ See More

             👇👇👇
         ✨banaa✨
         . ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


✅ "Yeroo baay'ee dhalli namaa  rakkina mo'atee jireenya qananii jiraachuu kan isa dhorku Sababiilee gadi fageenyaan beekamoo hin taane 7tu jiru... ➡️ See More

↪️ See More
See More
.


1. To get motivational and inspiration education channels click here and Join

👇👇

💗 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>Click here
Click here

2. To get spiritual and books by pdf join us now ☺️

👇👇

 💖  Click here
Click here

.
3K+ Free Promotion addlist: @Getu_Abera


🎲Jaalala keessatti " 😀" wanti guddaan miira walii ciminaan hubachuudha. Sababni isaa... ↪️ See More

▶️ See More
See More


Ergaalee Jaalalaa 10...➡️ See More


1. To get motivational and inspiration education channels click here and Join

👇👇

💗 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>Click here
Click here

2. To get spiritual and books by pdf join us now ☺️

👇👇

 💖  Click here
Click here

.
3K+ Free Promotion addlist: @Getu_Abera


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


Sodaa dukkanaa hin qabu Ifan baadha
Jirma Jabeessee Damee qabuttan Jiraadha
Buddeen Jireenyaa hin Aloofne sanaan nyaadha

Alaaf Manaa ka'us Lolli Jabaan Raasu hunda
Mara Abdi kutachiisus Ciree hundeef hidda
Isa Duraa caalaa kessa kootti Abdii fidda

Kan si Qabu Homaan dhabu Dureessadha
Wanti Marti walqabatee Si keessadha
Kan sin qabnetu Hundaa gaditti hiyyeessadha

Inni Si'in hin bulloofne Lapheen akka Dhagaa
Halkaan guyyaa inni jeeqamu dhabee Nagaa
Yeroo Si'iif Aboomamuu Dinqii Arga

Wanti Olka'aa Fakkaatu haalli Lafaa
Si keessaan gaafa ilaalamu qaba Fafa
Ijaarsa Hundeensa si ta'e qofatu Iddootti hafa

Dukkanni Daran Jabaatu Ifakeen Sokka
Daddarbuu Dandeettii Ifaakees maaltu dhorka
Golgaa kamtu,Ija jabaatee ittiin morka


Jalqabarra Situ jira Dhumnis si'i
Siif yoo bule Nagaan bula bahaaf dhihi
Injaafatee kaabaaf kibbis Bu'aa bahii.

Humna keetti Inni Amanu dhiisee haafa
Inni Itti Jabaachaa deema hin ta'u laafaa
Bara Jiraatu hundumaa sitti hafa

@Seenaa_Tube
@Sona_Official1
@Daandii_Guddinaa


💔 Laafinnii fi Ciminni shamarranii wantoota gurguddoo 10 irratti Akka hundaa'u quba qabduu??.... ↪️ See More

➡️ See More
See More

As tuquudhaan itti fufaa dubbisaa!


✔ Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan. Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyikee waan yeroo dheeraaf hin turre utuu hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee itti gammaddu waan siif qabaachuu malu siif qopheessu ta’uu danda’a...
👉 Itti fufaa dubbisaa

🌐 As tuqaa >> See More
As tuqaa >> See More

Welcome 🤗


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Yero isaa kenamee........😘🙏
@Seenaa_Tube

Показано 20 последних публикаций.