Haniko_Official🎻🎷🎸


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Музыка


Channel kanaan barsiisa macaafa qulqulluu, faarfannaa hafuuraa akkasumas ergaalee gama hafuuraatti nama jajjabeessan guyyaa guyyadhan ni argattu!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Музыка
Статистика
Фильтр публикаций


🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa 👋

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
👇👇

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/


☕️ Jaalalaaf ariifattee harka kennuuf wantoonni si dirqamsiisan 5 kunooti,...▶️ See More

         👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


💖 Jaalala keessatti kufnaan miidhama,...▶️ See More


⏰️ Yeroo Sirrii

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
👇👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


Репост из: Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage
💋 Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/


Репост из: 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋𝐄𝐄 𝐅𝐀𝐀𝐑𝐅𝐀𝐍𝐍𝐀𝐀🎷🎻🔊
Dubbii jireenya laatu qabdaa...Gombisaan eebba kee hin hir'atu!
Waaqa hibboo namaa furgaasuu...kan akka kee eessatti argatu!
Har'as dhaabattee nuuf hojjettaa...mirgaa abbaatii hojii araarsuu!
Ati angafa amantii keenyaati...qilleensi sitti addaan nun baasu!!!



Join👉@Sagalee_Waaqayyoo1


Hello! 🤚
"Dunkaanni gaddaa balbalakeerra darbeeraa" gammadi! 🤲








Rom 12
1 እንግዲህ፥ ወንድሞች ሆይ፥ ሰውነታችሁን እግዚአብሔርን ደስ የሚያሰኝና ሕያው ቅዱስም መሥዋዕት አድርጋችሁ ታቀርቡ ዘንድ በእግዚአብሔር ርኅራኄ እለምናችኋለሁ፥ እርሱም ለአእምሮ የሚመች አገልግሎታችሁ ነው።


1 I beseech you therefore, brethren, by the mercies of God, that ye present your bodies a living sacrifice, holy, acceptable unto God, which is your reasonable service.




Репост из: Haniko_Official🎻🎷🎧
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
አማታቶቼን 🙌
አሳማርቃቸው 🙏


Репост из: Haniko_Official🎻🎷🎧
Araara isaa nuuf Baay'isee Isa Nu Jiraachisee Waaqayyoof Ulfinni haa ta'u 🙏

Isin Jaallanna 💕




Hunddumati keessan Channel Kan Jon godhaa ❤️🙏




Репост из: Haniko_Official🎻🎷🎧
Waaqayyoo kakuu sif galee hin cabsu.
—Abo. 2:1📖🥰🙌


Репост из: Haniko_Official🎻🎷🎧
“Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate.”
— Efe. 2:4


“abbaan ijoollee isaatiif akka garaa laafu, Waaqayyos akkasuma warra isa sodaataniif garaa in laafa.”
— Far. 103:13

Dilbata gariii qabadhaa ❤️

@Hanii_Official


Репост из: Haniko_Official🎻🎷🎧
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
“Yesus itti fufee, "Isin warri itti dhamaatanii dadhabdan, ba'aanis kan isinitti ulfaatu hundinuu gara koo kottaa; ani boqonnaa isiniifan kenna.”

— Mat. 11:28

Показано 20 последних публикаций.