Akkam jirtu miseensonni Chaanaalii keenyaa.
Akkuma waliin jechaa turre leenjiin ijaarsa dhuunfaa tamsaasa kallattiitiin garee kana irratti darbu dhiyaatee jira.
Torban keessatti guyyaa tokkoof ni kennama.
Yoom...Kamsaa(Tarbaniin
Guyyaa Bitootessa 4,2017ALI tti ni eegala.
Sa'aatii: Galgala sa'aatii 3-4tti.
THOUGHT POWER